Deder Senior Secondary School

Deder Senior Secondary School Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Deder Senior Secondary School, Tutor/Teacher, Kobo to Deder, Deder.

Bulchiinsa Magaalaa Dadaritti sirni Walharka fudhinsa Lafa ijaarsa MB Sad.2ffaa gaggeeffame
19/12/2025

Bulchiinsa Magaalaa Dadaritti sirni Walharka fudhinsa Lafa ijaarsa MB Sad.2ffaa gaggeeffame

  Dabartan Hundaaf -Iddoo Ramaddii ilaalladhaa..............BBO - 19/02/2018 Barattootni qormaata biyyoolessaa kutaa 12f...
29/10/2025

Dabartan Hundaaf -Iddoo Ramaddii ilaalladhaa..............
BBO - 19/02/2018 Barattootni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2017 fudhattanii qabxii Sagantaa Remediyaalaa isin hordofsiisuu danda'u galmeessistan Dhaabbata Barnootaa Itti Ramadamtan liinkii asii gadii banuun akka ilaallattan Ministeerri Barnootaa beeksiseera.
:- Dhaabbatni itti ramadamtan hanga Waamicha isiniif taasisanitti hordofaa.

1. Website: https://student.ethernet.edu.et
2. Telegram bot:

BBO

" #የትምህርት ቤት ምገባ ፕሮግራም  ወላጆች ሳይጨነቁ ልጆቻቸውን ወደ ትምህርት ቤት እንዲልኩ በእጅጉ  አግዟል ።"
28/10/2025

" #የትምህርት ቤት ምገባ ፕሮግራም ወላጆች ሳይጨነቁ ልጆቻቸውን ወደ ትምህርት ቤት እንዲልኩ በእጅጉ አግዟል ።"

"  Yeroon Kennuu Eegaluun Bu'aa Qabxii Barattootaa Ni Fooyyessa." (Dr. Tolaa Bariisoo .. Hog. BBO)................Guyyaa...
23/10/2025

" Yeroon Kennuu Eegaluun Bu'aa Qabxii Barattootaa Ni Fooyyessa."
(Dr. Tolaa Bariisoo .. Hog. BBO)................
Guyyaa 13/02/2018 Sagantaan Tuutoriyaalii barnootaa barattoota kutaa 12ffaaf yeroon kennamuu eegalun bu'aa qabxii barattootaa kan fooyyessu ta'uu hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Tolaa Bariisoo dubbataniiru.

Muuxannoo waggoota lamaan dabran irraa ka'uun barattootni sagantaa tuutoriyaalii barsiisotni isaanii kennaniif walitti fufiinsaan hordofan qabxii fooyya'aa galmeessaa dufuun ragaan manneen barnootaa irraa nu dhaqqabu irraa hubachuun danda'ameera kan jedhan, Dr. Tolaan barsiisotni hedduun barattootni isaanii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qabxii fooyya'aa akka galmeessisan sagantaa tuutoriyaalii qopheessun guyyaa Sanbaa, Dilbataafi yeroo boqonnaa qabanitti barsiisuu irraa kan ka'e qabxiin barattoota keenyaa fooyya'aa dhufaa jira.

Haata'u malee, sagantaa tuutoriyaalii barnootaa kennamu irratti manneen barnootaafi manneen barnootaa, barsiisotaafi barsiisota jidduutti garaagarummaan waan jiruuf bu'aan barbaadamu yeroo barbaadamu keessatti galma gahuu hin dandeenye.

Kanaafuu, jedhan Dr. Tolaan, kanaafuu, bu'aan qabxii barattootaa manneen barnootaa hunda keessatti haala walfakkaatuun akka fooyya'u
barnootaa kutaa 12ffaa qabu hunduu qaba. MB hanga har'aa hin jalqabin. Ji'a akka jalqaban haala mijeessuufi
" ^Barnootaa_Kutaa_12ffaaf Yeroon Kennuu Eegaluun Bu'aa Qabxii Barattootaa Ni Fooyyessa."
(Dr. Tolaa Bariisoo .. Hog. BBO)................
BBO ...13/02/2018 Sagantaan Tuutoriyaalii barnootaa barattoota kutaa 12ffaaf yeroon kennamuu eegalun bu'aa qabxii barattootaa kan fooyyessu ta'uu hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Tolaa Bariisoo dubbataniiru.

Muuxannoo waggoota lamaan dabran irraa ka'uun barattootni sagantaa tuutoriyaalii barsiisotni isaanii kennaniif walitti fufiinsaan hordofan qabxii fooyya'aa galmeessaa dufuun ragaan manneen barnootaa irraa nu dhaqqabu irraa hubachuun danda'ameera kan jedhan, Dr. Tolaan barsiisotni hedduun barattootni isaanii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qabxii fooyya'aa akka galmeessisan sagantaa tuutoriyaalii qopheessun guyyaa Sanbaa, Dilbataafi yeroo boqonnaa qabanitti barsiisuu irraa kan ka'e qabxiin barattoota keenyaa fooyya'aa dhufaa jira.

Haata'u malee, sagantaa tuutoriyaalii barnootaa kennamu irratti manneen barnootaafi manneen barnootaa, barsiisotaafi barsiisota jidduutti garaagarummaan waan jiruuf bu'aan barbaadamu yeroo barbaadamu keessatti galma gahuu hin dandeenye.

Kanaafuu, jedhan Dr. Tolaan, kanaafuu, bu'aan qabxii barattootaa manneen barnootaa hunda keessatti haala walfakkaatuun akka fooyya'u
barnootaa kutaa 12ffaa qabu hunduu qaba. MB hanga har'aa hin jalqabin. Ji'a akka jalqaban haala mijeessuufi barsiisotni barattoota isaanii deeggaruu akka itti adeeman,
kutaa 12ffaa bara 2018 fudhatan keessaa kanneen ' 'n har'umarraa jalqabamuu qaba jechuun Dr. Tolaa Bariisoo ergaa dabarsaniiru.

Dhumarratti, Gosoota Barnootaa Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa:
A- jalatti;
1- English
2- Maths
3- Scholastic Aptitude
4 -Chemistry
5- Physics
6 -Biology
B - jalatti;
1- English
2- Maths
3- Scholastic Aptitude
4- History
5- Geography
6- Economics yoo ta''an barattootni keenya qophii barbaachisaa akka taasisan, barsiisotni keenya, hoggansi MB , Maatiin Barattootaafi GTB gahee keessan akka gumaachitan dhaamsi darbeera.

BBO

Address

Kobo To Deder
Deder
19

Telephone

+251913311320

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Deder Senior Secondary School posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Deder Senior Secondary School:

Shortcuts

Share

Category