Oro-Technology

Oro-Technology

Share

For sharing knowledge within other

01/09/2022

Heloo

18/07/2022

Nagaan Oola jalaan qaqqaalli

Dheeroo Tube - YouTube 06/05/2022

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Dheeroo Tube - YouTube Barnoota itti fayaadama teeknoloojii halaa salphaan

13/02/2022
14/11/2021

Virus computer dur data dhuma keenya ballessee baha. Inni ammahoo?
Inni amma jiru:
1) Data kee encrypt erga godhe qarshii naa kaffali jedha. Fakkenya Ransomware. Hattun fagoo taahee data computer/mobile keerra jiru gutummatti encrypt godha. dataan kee hin banamu. Data barbachisa qabda taanan kafaalti qabdu kaffaluu qofadha. Kaffaltiin bitcoin dhaan. Kanarraa kan kahe hattichi eenyuu akka tahe beekun hin danda'amu, biyyi isas hin beekamu. Galiin yakka kanarraa bara Corona kana keeessa qofa hattonni nama kaaflchisan biliyoona jahadha akka addunyatti (LUcrative business). Kanarran kan kahe hattoonni calmaan gara kanatti fulleffataa jiru. Isaan data keessan encrypt godhu atimmoo kaffaltee decryption key harkaa fudhatta (maarree kuni business jabaa taheefi jira). Hubadhaa biyyonni fi company addunyan hedduun waggaa sadan darban keessaa gosa hanna akkasiin waxalamaniiru. Garuu hamma kaffalan keessaa kan media tti gabaase percent 15 qofa, kanaafu isa hafe isinumtuu murteessaa. Biyyi keenya waan kana gabasteen beektu hatamnerra jettee garuu media hattoota (darkweb) irratti maqaan Ethiopia list gara olii keessa jira warra kaffalee decryption bitate keessa. Company kam akka isan kaffalsiisan garuu hin himamne.
2) Inni lammata computer/mobile dhumakee sirkaa fudhata. Jechuunkoo Operating system passpwrod sirkaa fudhata. Gaafa ati log off goote deebitee bantu baga nagaan dhufte olseenun dandasee naf kaffalte malee siin jedha. Isa kanaafis kaffaltin bitcoin dhaan.
Isin yeroo kana dubbistan password crack godha jechuu dandeessu. Garuu bootloader attack waan godhuf isin dogoggortanii yoo cuftan file keessan keessa galtaniittu. Yooma Powerful recovery software fayyadamtan malee.
3) Inni hamaan Hardware dhuma gubuu kan dandahu.
Fakkenya gosi virus Stuxnet jedhamu Iran's nuclear bakka omishtutti meeshaleen akka gubatan taasiseera. Virus kun maal godha yoo jettan meshan electronics kan PLC dhaan dalagu tokko humna ifaa humnaa ol akka itti darbu gochuu danda'a yookan saffissa isa dabaalu danda'a kanarran kan kahe meshaleen DC dhan hojjetan akka gubatu godha. STuxnet maalgodha yoo jettan Centrifuge ittin nuclear reaction uuman saffisan akka ofirra naannahu godha. Kanarran kan kahe sa'ati tokko keessatti centrifugue nuclear plant biyya iran keessa jiru kuma ol gube. Beeka jarri wanta meeshaa kana gubaa jiru waggaa olif hin banne. Isan rakko electricity jedhanii Centrifuge haaraa bitaniima jijjiru, dhumarratti Iran oomisha siruma dhaabde.
Mataa duree biraan waliitti debiina.

18/11/2019

let's start with new plan.

30/09/2017

Baga Ayyaana Kenyaa Nagaan Gessan, Kan Milkii , Kan Biliisummaa Nuf Haa Ta'u!

14/01/2017

hundu wanuumaa isaatti fakkate dubaata nutoo kaam dhageenye kaam akka dhifnuu waliin walaalle

Want your school to be the top-listed School/college in Debre Zeyit?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address


144
Debre Zeyit