W/Yesuus Hundaa Dandaa'a

W/Yesuus Hundaa Dandaa'a “Guutummaan waaqayyummaa namummaa Kristos keessa in jiraata.”
— Qol. 2:9

Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jiree...
07/02/2025

Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti 📖W,yoh3:16

Maqaan waaqayyoo kan eebbifame yaa tahu,W/yesuus hundaa danda'a online church,tajajila toora whatsapp darbun obbolota yesuusin fayyisa,lubbuu isaani godhatani amanani fudhaatan,barsisun ammajji 28/2017 eebisisfte jirti.bagaa,gammadan obbolan kenyaa.
Waqaayyoo amma,dhumati cimse sina dhaabu mana isaa,keessaa.

Namni biyaa lafa buufate lubbu isaati yoo hirdhise maal waa'ee basaa ree, yesuusin buufachun hundumarra in caala.,yesuus,fayyisa,ilmaan nama,hundumati.

10/11/2024

Watch, follow, and discover more trending content.

Maqaan waaqayyoo kan eebbifamee yaa tahu ameen.W/      'a online charch tajajila Kara Whatsapp darbu,Wangeela lalabu dab...
08/11/2024

Maqaan waaqayyoo kan eebbifamee yaa tahu ameen.
W/ 'a online charch tajajila Kara Whatsapp darbu,Wangeela lalabu dabalate ijoollee maatin isaani barsisuf humna hin qabne bara 2017. ,ijoollee sadi kaffalti mana baruumsaa fi meshaale baruumsaf barbachisan hunduuma guutun ,akka isan baratan tasisu dandeesse jirti.

“Isin Kristos gooftaadhaaf waan hojjettaniif, isa gooftaan ijoollee isaatiif qopheesse akka gatiitti isa biraa akka argattan beekaa!”
📖— Qol. 3:24

Ulfaa baasun yeroo amma kana Akka uffata ofitti baasutti salphaate jira😭 ,Dubartin tokko ,amma yeroo isaa miti jette ulf...
07/11/2024

Ulfaa baasun yeroo amma kana Akka uffata ofitti baasutti salphaate jira😭 ,Dubartin tokko ,amma yeroo isaa miti jette ulfaa fayyaa yeroo baftu ,dubartin tokko immoo ilmoo godhachu otuu Barbaddu,sababa uumaama fi Sababa gadammeessi dhala baachu dhababe ,boossee mankararti 😭 tokko tokko immoo Daaraa fi daakuu itti taatee guuddifti❤️seenaa baay'ee garaa nama nyaatuun👇👇👇👇
https://bilisaneg.com/addunyaa-kun-madaala-dhala-namaa-jallisti/

“Gooftaan wanta abdachiise raawwachuudhaaf hin seesu; akka namoonni tokko seesuutti isa lakkaa'an miti. Inni, namoonni h...
06/11/2024

“Gooftaan wanta abdachiise raawwachuudhaaf hin seesu; akka namoonni tokko seesuutti isa lakkaa'an miti. Inni, namoonni hundinuu yaada garaa isaanii akka geddaratan malee, garri tokko iyyuu akka badan waan hin barbaadneef obsaan isiniif in danda'a.”
— 2Phe. 3:9. 👇👇👇 Dubbisa link kana xuqa https://bilisaneg.com/the-armor-of-the-christian-and-his-spiritual-life/

Warabessaa darbe Sareen dutte😢Dulluma  kessaa Akka itti hin gabinef ,Bara dargagumma kee ogummaan itti fayadami. Eegeen ...
03/11/2024

Warabessaa darbe Sareen dutte😢
Dulluma kessaa Akka itti hin gabinef ,Bara dargagumma kee ogummaan itti fayadami.
Eegeen fi gaabin duuba olti👇👇👇👇 kana xuqa dubbisa ajaibati.
https://bilisaneg.com/this-things-cause-regret-at-old-age/ Akkalile fi ababile Kenya warri kun😁😁

Address

Debre Zeyit

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when W/Yesuus Hundaa Dandaa'a posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to W/Yesuus Hundaa Dandaa'a:

Shortcuts

Share

Category