14/06/2024
JIRTUU?
🎤🎤🎤
Ibsa Miidiyaa
Sagantaa Yaadannoo Wareegamuu Hacaaluu Hundeessaa 4ffaa fi Sagantaa Badhaasa Hacaaluu Hundeessaa 3ffaa ilaalchisuudhaan Faawundeeshiniin Hacaaluu Hundeessaa Waxabajjii 7, Bara 2016 Hoteela Iskaaylaayitiitti ibsa miidiyaaleeef ni keenna.
Kanaafuu Miidiyaaleen guyyaa kanatti ganama sa'aatii 4:00 irratti bakka jedhametti argamuudhaan uwwisa miidiyaa akka kennitaniif kabajaan isin affeerra.
Galatomaa