28/01/2025
Saami dabalee
✅✅Jesus is My Lord ❤️❤️❤️
28/01/2025
07/06/2023
===Oduu Gammachiisaa===
Daa'imni Gujii gara fudhatamuuf.
Seenaa mucaa kanaa namni hin dhaga'in jira jedhee hin yaadu. Qoraan dugdatti baatee qarshii 20 ykn 30 tti gurguree maatii isaa gargaaraa ture. Har'a garuu seenatu jijjiirame.
Mucaa seenaan isaa namoota baay'ee gaddisiise Kun guddifachaadhaan gara fudhachuuf ilmi Oromoo obbo Maatii wajjin walii galanii jiraachuutu himame.
Yeroo dhiyootti processin akka jalqabamuufi barnootasaa hundas achitti akka baratu sponsera guutuu tahuufii himame.
Waaqayyoo gaafa nama yaadatu Akka kana.
07/06/2023
Yoo jaalala waaqayyoo tahe Waxabajjii 11/10/2015 Eebbi CD Faar. Alemu Mekonin lakkoofsa 3ffaa eebbisiisuuf waldaa guutuu wangeelaa saansusitti wal agarra.
Local time 08:00(after noon)
07/06/2023
Follow me
Saami dabalee
28/04/2023
Eeyyee irran deebi’a dha. Sobduutiin jettanii warri waamtan isinuu sobduu dha. ✍️dastaa hinsarmuu
Yesuus kiristoos gooftadha
21/04/2023
Baga nagaan nuuf dhufte sooleekoo dhangaa waaqayyo sikeessa nuuf kaa'e simachuuf nutis qophiidha qaxaleekoo ❤️
Ebla 21/8/2015 waldaa FBI makannisa sanbata xiqqaa sa'aatii 7:30 kaasee Wal argina eebbifamaa
Bakka kamuu dhaquu haala kamuu keessa seenuu dandeessa garuu bakka waaqayyo hin jirre at dhaqxu hin jiru.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the school
Telephone
Website
Address
Bishoftuu
Debre Zeyit