Aliif Media

Aliif Media Aliif Media Kan odeeffannoo Hawaasa Musliimoota Oromiyaa labsu dha.
�� Follow gochuu hin dagatinaa ��

🚨🚨 : Eegdota Warraaqsa Iraan (IRGC) Haleellaa Guddaa Dabalachuu Beeksise Ameerikaa fi Israa’el bakka kuufama boba’aa fi ...
08/03/2026

🚨🚨 :
Eegdota Warraaqsa Iraan (IRGC) Haleellaa Guddaa Dabalachuu Beeksise Ameerikaa fi Israa’el bakka kuufama boba’aa fi warshaalee bishaan qulqulleessan haleeluu erga jalqabanii booda, Koreen Eegdota Warraaqsa Iraan (IRGC) humni hawaa fi qilleensaa isaa halkan har’aa irraa eegalee haleellaa isaanii akka cimsan beeksiseera.

Akka qondaalli Fars News waliin dubbate tokko jedhanitti, Koreen Eegdota Warraaqsa Iraan (IRGC) dandeettii lolaa isaa haalaan ni dabala. Qondaalli kun itti fufuun akka jedhanitti:

Gocha gara jabinaa Tiraamp fi Waayit Haawus kana qolachuuf, IRGCn lakkoofsa haleellaa diroonii %20 ni daballa, itti fayyadamni misaa’ela baay’ee ulfaataa fi tarsiimoo ta’e ammoo %100 (dachaa lama) ni dabala Ja’an
Aliif Media follow godhaa

13/12/2025
13/11/2025
Jilli Presdaantii Majlisa Oromiyaa Ustaaz Gaalii Muktaar durfamu Daawwannaa Hojiif Gara Godina Harargeetti Imala jalqabe...
24/10/2025

Jilli Presdaantii Majlisa Oromiyaa Ustaaz Gaalii Muktaar durfamu Daawwannaa Hojiif Gara Godina Harargeetti Imala jalqabeen Magaalaa Cirootti Hawaasa bal'aan Simatamee jiraa

21/10/2025

Address

Buunnicha Firrisaa Abbaa Waggaa
Bedele

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Aliif Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share