Waaqayyoo siidaa dhokataa atiyyuu hubachuu hin dandeeye jireenyake keessa qaba.
Dhaloonni kun:
1. Waa'ee jireenya mataasa qofa yaada.
2. Humna waaqayyoo dagateera ykn tuffatera.
3. Jaalalli waaqayyoo isa keessa badeera.
Mee itti yaadi atoo?anoo?
Ifa dhaloota isa ta'e kiristoos
Kirsroos ifa jireenyaati
Abdiin keenya borii kun wal'aansoo isa har'aa gararraadha.kanaaf warri kristoosiin abdii godhattan, warri isa eeggattanifi isa abdattan jabaadha.inni nuuf dhaabbateef onni nuuf dhaabbata ture inni boris nuuf dhaabbatu ammayyuu nuuf dhaabbateera.rakkinnis,bal'innis hundumtu gaaf tokko dhiibani isatti nu kennuuf jiru.nagaan isiniif haa ta'u.ameen.jabaadha.
Yaa ilmako dubbiko eegi.abboommikos garaatti qabadhu.abbommiko eegi in jiraattas,barsiisakos akka agartuu ija keetiitti eegi.fkn 7:1
Dhaloonni kun kirstoosiif jaalala isa kam qabaa?
Karaa keenya utuu ilaallataa adeemnee?
Eenyutu dhoksa isa gadi fagoo qoree bira ga'uu danda'aree?
Hordoftoota garee kanaa guyyaatti yoo xiqqaate yeroo wangeela qulqulluu dubbistan tokko qabaachuu qabdu.yoo waaqayyo jedhe isa caalutti darbuuf jirra.ibr 6:2-4
Jaalala Waaqayyoo beekani jiraachuun jireenya.
Gaddakoo na irraanfachiiftee,salphinakoo ulfinakoo jijjirtee,har'a ani siif iddo akkamiin qabaa laata uumaakoo?
Tec
Waaqayyoo eessaa fidee afuura nu keessa ka'ee?
Ifni maaf jijjiiramee
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the school
Telephone
Website
Address
North
Bedele