Eliyas T.Sirna

Eliyas T.Sirna

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Eliyas T.Sirna, College & University, Ethiopia, oromia region, Bedele.

21/06/2023
28/04/2023

Mee barreeffama kana naaf dubbisaa !

"Waraana keessatti, namoonni siyaasaa Meeshaa waraanaa kennu, duuressi nyaata yoo gumaachu, hiyyeessonni immoo dhalasaanii laatu.

Xumura waraanaan booda, namoonni siyaasaa, irraa-haftee meeshaa waraanaa argatu, Duuressi nyaata dachaadhaan yoo oomishatu, hiyyeessonni immoo iddoo awwaala dhalasaanii barbaadu"😥
(Serbiyaan)

Egaa kaleessa isaan kun harka dhala iyyeessaatiin Abidda walitti darbataa ba'ani. Har'ammoo, harka wal fuudhanii Magaalaasaanii wal daawwachiisuutti jiru. Xaba abidda kaleessaa keessattimmoo lafee ilmaan haadha hiyyeessaatu boba'e. Yoona gaa (Isayyuu yoo carroomtee ilmashee argitee awwaallatteetti taateef )Wayita isaan kun akkasiin bashannanitti isheenimmoo dhaqxee Awwaala dhalasheerra teessee irra deebii boossi. Isa dhamaatee guddistee, utuu isheef hin dabarsiin mukukkula abiddaa ta'e yaadattee maddiirra imimmaan coroorsiti😭

Waraana keessatti, Abboota taayitaa wal beekantuu walitti duulchisa, deggertoota wal hin beeknetuu walitti duula. Xumura waraanichaatiin, Aangaawonni araaraan deebisanii harka wal fuudhu. Deggertoonnimmoo lafee firoottan isaanii barbaaddachuu jalqabu.💔

Namni barreeffama kana barreesse garaa na moogesse !

Want your school to be the top-listed School/college in Bedele?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Ethiopia, Oromia Region
Bedele