Gadisa Reta Official

Gadisa Reta Official ......wangeela yoon lallabuu dhaabaadhe garuu, anaaf wayyoo!
1 Qorontos 9:16

08/09/2026

Dubbiin Waaqayyo Jiraataadha

08/09/2026

Dhukkubni
Hiyyumni
Boo'ichi si wajjiin 2019 tti hin cee'in

08/09/2026

XUMURAMEERA

07/09/2026

Hello 👋
Dadhabeera jettee dhiiste mitii?
Waaqayyo immoo Jalqabeera siin jedha!

07/09/2026

Qaammeen guyyoota 5 f xumura wagga irraattii argaman kun eessa dhufan mee akkamitii beekta?
Comment Jalatii yaada keessan ...✍️😳

  kana eenyudha jettan 😳 !Gadisa Reta Official Follow godhamee ✍️
07/09/2026

kana eenyudha jettan 😳

!
Gadisa Reta Official Follow godhamee ✍️

07/09/2026

Album Faarfannaa Bara 2018 Eebbifame Keessa Album Meeqa Dhaggeeffate?
Album Eenyu Jaallate?
Album Kamtuu Sitti Hin Tolle?

07/09/2026

Sodaachisa warra isin sodaachisanii hin sodaatinaa Hin raafaminaas*!
1phex 3 : 14
Amen jedhi barreessii ✍️

07/09/2026

Galgala Kana Samiin Sirraattii Haa Banamuu Hafuura Qulqulluun Machaa'ii!

07/09/2026

Yesus siif maal keeti❓

Address

Bako

Telephone

+251911004193

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gadisa Reta Official posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category