Umer Milkishaa

Umer Milkishaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Umer Milkishaa, Art school, Aweday.

27/10/2023
23/10/2023

إبتلينا بقوم يعرفون كل شي إلا عيوبهم

11/10/2021

Maaltu Rabbii keerraa Sidage Yaa Namaa !!

ⒶⓁⒽⒶⓂⒹⓊⓁⒾⓁⓁⒶⒶⒽ Yaa Rabbii Waan Dhagahuunsaa Nama Rifachiisuu fii Waan Arguunsaas Nama Rifachiisu Nurraa Qabi
04/02/2021

ⒶⓁⒽⒶⓂⒹⓊⓁⒾⓁⓁⒶⒶⒽ Yaa Rabbii Waan Dhagahuunsaa Nama Rifachiisuu fii Waan Arguunsaas Nama Rifachiisu Nurraa Qabi

ⒶⓁⒽⒶⓂⒹⓊⓁⒾⓁⓁⒶⒶⒽ       Yaa Rabbii Galanni sihaa Gahu
29/12/2020

ⒶⓁⒽⒶⓂⒹⓊⓁⒾⓁⓁⒶⒶⒽ Yaa Rabbii Galanni sihaa Gahu

Yaa Oboleyan islaamaa seenaa aja'ibaa biyya idonisia kessati dhihenya kana arkamte gurbaan du'e kun muslima Salaata Rabb...
12/11/2020

Yaa Oboleyan islaamaa seenaa aja'ibaa biyya idonisia kessati dhihenya kana arkamte gurbaan du'e kun muslima Salaata Rabbii gara waggaa 7 salaatu lakkisee ergas duuti itti dhuftee kana booda dhiqani kafanani awwaalaaf qabrii keesa kaa'ani hoggaa lahadi itti cufanii qaawni tokko qofti hafe Iyyeensa akkamalee nama rifachiisee baareysu dhagahani Umani hundi qabrii lakkisani oriyan booda Polisa itti yaamanii lahdiin qabrii waan hin cufaminiif bananii hoggaa laalan jawwee masqa guddaatu meytati maramee jira Olbaasani irraa buqqaasuu dadhabani firditti irraa baasan fula gurbaa akkamaletti gurraachoomsee jira"SUBHAANALLAAH" duuba yaa Oboleyan kiya wanti kun dhuguma soba oso hin ta'in nama hin salaane hunda kanumaatu taa'aaf kanaaf Ibaadati haajajabaanuu Osoo duuti nudhufte qabri kesati fitinaan adda addaa nun qunamnen durati Yaa Rabbi Salaataa fi dalagaa toltuu hunda nuuf laafisii najaa nubaasi Azaaba qabrii jalaa. Aaamiiin.
"""Share fi Like waliif godhaa

kunis Raajiidha yeroo hamtuu kana keessa Majliisni Federaalaa hojii isaa dur sana itti fufee jira.guyyaa Har'aa Boordii ...
10/11/2020

kunis Raajiidha yeroo hamtuu kana keessa Majliisni Federaalaa hojii isaa dur sana itti fufee jira.
guyyaa Har'aa Boordii Majliisa federaalaa kan koree fala barbaadduu 9 beekamtii mootummaatiin hundaa'een muudaman Obbo Kamaal Haarun hoogganaan Majliisa federaalaa xalayaadhaan akka Aangoorraa ugguran beeksisanii jiru. dhimma kana yeroo hamtuu kana keessa maaliif akka kaasuu barbaadan hin beekamne. koreewwan akkas jechaa jiru....
Eenyuyyu eenyuun ugguruuf Aangoo hin qabu waan ta'eef hindanda’u. Manni maree Ulamaas tahee boordiinis koreewwan saglaniin filamanii muudaman waan ta'eef itti gaafatamummaan jarri fudhatan amaanaa tiksuu keessatti wal qixa.
amaanaan jaratti kenname hanga ummanni nama isaaf tahu filatutti ceesisuu qofa.
hangasittuu marti isaaniituu itti gaafatamummaa isaanii bahuu qabu. kanaafu Uggurri kun dharaafi shiratu keessa jira.
yookaan yeroon jarri Amaanaa fuudhan waan dhumateef marti isaaniituu ugguramanii Ummanni Muslimaa Nama isaaf ta'u bakka buufachuu qaba.
የፈደራል መጅሊስ በዝች መጥፎ ስዓት እንደ ልማዳቸው እኩይ ተግባራቸውን ቀጥለዉበታል።
የፌደራል መጅሊሱ በ9 ኮሚተዎች የተመረጠ የቦርድ ፀሀፊ አቶ ከማል ሐሩንን በዛሬው እለት ከዑለማው ምክርቤት በተፃፈ ደብዳቤ አግደዋል።
ነገር ግን ማንም ማንን ማገድ አይችልም ::ሁለቱም (የኡለማ ምክርቤቱም ቦርዱም) እኩል በዘጠኙ ኮሚቴ በጊዜያዊነት ተመርጦ የመጣ ነው:: ሁለቱም በተሰጣቸው የኃላፊነት ቦታ ከህዝብ ለተመረጠ አካል እስኪያስረክቡ ድረስ ኃላፊነታቸውን ተናቦ መወጣት ነው ያለባቸው:: ይህ እገዳ ህገወጥና ሸፍጥ ነው:: ተቀባይነት የለውም:: ያለበለዚያ ሁላቸውም ኡለማ ምክርቤቱም ቦርዱም ጊዜያቸውን ስለ ጨረሱ መታገድ ያለባቸው ናቸው:: የጉዳዩ ባለቤት ሕዝበ ሙስልሙ ነውና።

08/11/2020

Daa'iin beekkamaan biyya Suudaan Sheikh Nuureyni Muhammad Saadiq gara ganda Aakiraatti godaane
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI'UUN
Sheikh Nuureyni Muhammad Sagalee bareedduun qur'aana qara'uun hawaasa nama beekamuu fi hawaasa muslimaa Adduunyaa biraatti jaallatamu yoo tahu, guyyaa har’aa balaa Makiinaa isa mudateen gara ganda Aakiraatti godaanuun dhagahame.
Balaan kuni kan mudate sagantaa muhaadaraa naannoo Kaartuumitti iddoo Yamaaman jedhamuu irraa osoo Haafizoota qur'aana heddu wajjiin osoo deebi'a jiran kan mudate tahuu odeeyfannoon miidiyaalee Suudaan irraa argaman ni addeessa.
Sheikh Nuureyn Rabbiin Jannataan Haa qananiisu!

Welcom Joe Biden Nama Muslimaaf Yaada Bareedaa Hin Qabne Nurraa Haa Kaasu Trump Galuu Saati Akkana Nii Gallakkifta Yoo R...
05/11/2020

Welcom Joe Biden Nama Muslimaaf Yaada Bareedaa Hin Qabne Nurraa Haa Kaasu Trump Galuu Saati Akkana Nii Gallakkifta Yoo Rabbii Je'e

YAA Rabbi YAA Allaah Olmaa Nageyaa Nu Oolchi Maati Kiyyaa fii Hiroyoota Fii Nama Najaallatuufii Nama Aniis Jaalladhu Nag...
04/11/2020

YAA Rabbi YAA Allaah Olmaa Nageyaa Nu Oolchi Maati Kiyyaa fii Hiroyoota Fii Nama Najaallatuufii Nama Aniis Jaalladhu Nageya Godhi Guyyaa Gaarii

Address

Aweday

Telephone

+251940925243

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Umer Milkishaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category