31/05/2021
Guyyaa 23/09/13 Aanaa Dhaas CRC Borbor M/B Sad 1ffaa Mar 2ffaa Borborittii Qophii Qorumsaa Biyyooleessaa Kutaa 8ffaa Ilaalchisee Akkamitti Barattoota Qopheessuu Akka Qabnuu Barsiisootaa M/B Waliin Marii Bal'aa Taasiifnee Jirra.