Demshu Adugna Dagaga

Demshu Adugna Dagaga

Share

To Discussion with one another

TikTok ยท Firaankoo Lv โ™“ โค 24/10/2023

UUMAA Nuuf birmadhu Owwaadhu nujalaa๐Ÿ˜ญ

TikTok ยท Firaankoo Lv โ™“ โค 3628 likes, 73 comments. โ€œ ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น โค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ โค๐Ÿ’šโค ...

Photos from Demshu Adugna Dagaga's post 04/05/2023
24/06/2022

WOLLAGGAA YKN WALLOO
Tibba Kana maqaan wallaggaa akka bakakkaa samii bu'aa jiruutti iddoo hundumaa dirrisaa jira. Namoonni baay'en lubbuu darbeef gadda ibsachuu caalaa wallaggaa lafa dhiigaa, Amaaran dhumee, Abiyyi nu fixee, Faanon Oromiyaa seenuu Qabaa Waan qaba hunda fayyadamuun qilleensa biyyattii too'achaa jiru.
Nama miti Lubbuun bineensaa yoo tola akkasumatti badu nama gaddisiisa. nama du'e sanyiin qoodanii gartuu uumanii iyyuun garuu nama guba.
Warri amma miidiyaa Gubbaarra iyyu warra Lolli Minilik Calii calanqootti, Aanoleetti, walaayittatti Uummata nagaa fixe sana waraana Qulqulluu jedhee Amanuu fi labsaa jiruudha.
Duguuggan sanyii minilik nurratti raawwate warra kanaaf waraana qulqulluudha. Kan nama Gubu garuu Hattoonni maqaa zamachaa minilikiin Gurmooftee Oromoo wollo Konkolaataa Guutuu gad buustee yoo fixxu warri har'a fiyyu kun Jagnaa faanon shanee Damassase jechaa turan. Ethiopian Oromoof haadha biddeenaa, amaaraf haadha taatu kana booda hin jiraattu. kaleessa nu fixanii reeffa nama keenyaa irratti sirbaa warra turetu har'a nama lammiif yaadu ta'e. wal kabajanii jiraachuu dadhabnaa gargar ba'uun salphaadha. Mirga dirree Oromoo irratti murteessuu hin qabdu.
Yakkamaan seeratti yaa dhiyaatu yoo jennu Yakka wal fakkaataa raawwatanii sababni BOONAN seeraf dhiyaatee CAANEN gola dhokfamuuf hin jiru.
KANAAF
1, Mootummaanis ta'e Qaamni walabaa kamiyyuu Ajjeechaa Hanga ammaa Wallotti, Wallaggatti,Gambeellatti Raawwatame yaa qoratu. Kanaa achi Lubbuun namaa wal hin caaltu.
2, Miidiyaalen hundi kan afaan amaraa dubbatu Kan mootummaa dabalatee yeroo baay'ee Oromiyaa irratti yoo duulan namni ija qabu hundi argaa jira, kan oromoo garuu ari'aa saamaa jira, kanaaf walabummaa fi walqixxummaan midiyaalee biyya kanaa walqixa kabajamuu qaba.
3,Namoonni Oromoo bakka bu'anii Paarlaamaa keessa jiran Oromoof sagalee ta'uu dhiisanii callisuu filatu kun immoo uummata oromoo aarsaa kaffalchiisaa jira.
4, Oromoon yeroo oromi wal gurmeessee nutti duulaa jiru kanatti gurmaa'un dirqama filannoo hin qabneedha.
5, Dirree Kamittuu Qaamni hidhate lama biyya tokko keessa jiraachun Ummata biyyattiif sodaa malee nagaa hin qabu, kanaaf gurmuun kun meeshaa isaa guutuu waliin wal ta'ee gurmuun biyya eeguu qaba. Kana yoon jedhu AA hiikkachiisanii BB nurratti leenjisuun hin danda'amu kana walii galtee uumun akka oromootti yeroon sochoonu amma.
Nagaan Lammii biyya keenyaf!
D......A....

08/06/2022

๐ŸŒนโค๐ŸŒนโค๐ŸŒนโค

02/06/2022
04/05/2022

WURAA!

27/04/2022

Nu Oofkalchi Uumaa koo!

23/04/2022

Positive Mind 4 New Generation !
Baga Geenye Baga Geessan!
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน

Want your school to be the top-listed School/college in Awassa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Awassa