Naantar Olii

Naantar Olii Page haqaa kanarraa waan barbadde dubbisi

06/08/2021

intala takatu pastaa disti naqe qoran jala cabsite magala dhaqetin foon,nnutti bitee dhufaa jala shidii jatten hoga magala dhayxe dhufte distin wali guctte me nama akanatin mal jettan

05/08/2021

Dubbii salaata gaafadur osoo saalani biyya tenyatti hin egalin turki biyya neyxe hugu kana maguddoon wali qabamtee mali salaani ka,enyuti salani kun amma sangoota bitani rabi kadhahu senan gara gudda tokora bahani nama wali yamani sanga jaha qalani natani nama ergatan akamja,anin dema magala dhaqa nama salata kana fide barbada ja,anin isanis farda fudhatani magalara ya,ani mee gurban salatan demu toko esa jira ja,anin nuti hin agare ja,anin salata rabuma fide nama salata fide hingare ja,anin akasi salata abadhabani debi,an umatati me agartani ja,anin wanagarre ja,anin salata rabuma fide nunja,ani ja,anin ichuman egarabin fide wani rabin fide dhisuntatu ja,ani salatu egalan akami salana ja,ni walgafatan walalani ega ganama allahu akbar ja,ani hidhatan guya gutu dhacha olan salani akasin egale ja,an

01/08/2021

Mummen kenya qaceele

31/07/2021

bara hamaa fi furguggoo gad,ja,anii dabarsanii jatte oromo

27/07/2021

as wr wb
warri ergaa tana arke hundi sher wali godha

19/07/2021

id,mubarak to all my frends or _me

19/07/2021

id,mubarak to all my frends or

19/07/2021

id,mubarak to all my frends

14/07/2021

Jiruu akka galana tana manna

07/07/2021

Sirreesii yoo sirrii tain

Page haqaa kanarraa waan barbadde dubbisi

Haqni ni qallata malee hin citu Garuu gurbaan kun sababa tokko malee hidhaa jiraa rabbi haa baasuu ja,aa
07/07/2021

Haqni ni qallata malee hin citu Garuu gurbaan kun sababa tokko malee hidhaa jiraa rabbi haa baasuu ja,aa

Address

Awash

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Naantar Olii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category