Rift Valley University Asella Campus

Rift Valley University Asella Campus Official website

18/10/2025
RVU Kaampaasii Asallaa Barattoota Sagantaa Digirii fi BLTO barsiisaa ture Adoolessa 26/2017 eebisiisee jira.Diiniin Yuun...
02/08/2025

RVU Kaampaasii Asallaa Barattoota Sagantaa Digirii fi BLTO barsiisaa ture Adoolessa 26/2017 eebisiisee jira.

Diiniin Yuunivarsitii Riifti Vaalii Kaampaasii Asallaa obboo Lataa Hirphaa haasaa taasisaniin kaampaasichi erga hundeefama isaa irraa kaasee barattoota kumaatamatti laakka'aman eebbisiisuu isaa ibsanii eebbifamtoonni Bara kanaa hojii barbaaduu qofa osoo hin taane ogummaa barnoota keessatti argatanitti fayyadamuudhaan hojii ofii uummachuudhan ofii isaani fi biyya akka gargaaran adaraa jedhanii jiru.
Dr.Gaadisaa Baqqaalaa gama isaaniitiin yuunivarsitiin Riifti Vaalii akka biyyaatii qulqulina barnootaa eegsisuuf caalatti xiyyeeffannaan hojachaa jirachuu isaa ibsanii jiru.

Keessumaa kabajaa guyyaa hardhaa kan ta'an kabajamoo kantiibaa Bul.Magaalaa Asallaa oboo Simee Tsagaayee eebbifamtootaan baga gammaddan erga jedhaniin booda "filannoon keessan filannoo sirriidha" erga jedhaniin booda eebbifamtoonni biyyaa fi maatii keessan amanamummaan akka tajaajiltan jechuu dhaamsa isaanii dabarsanii jiru.

Barattootaa Yuunivarsiitii Rift Vaalii  kampaasii Asalla qormaata bahu (Exit Exam) bara 2017 fudhatanii qabxii olaanaa g...
26/02/2025

Barattootaa Yuunivarsiitii Rift Vaalii kampaasii Asalla qormaata bahu (Exit Exam) bara 2017 fudhatanii qabxii olaanaa galmeessan

በሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ አሰላ ካምፓስ የ2017 ዓ.ም ብሄራዊ የመውጫ ፈተና ወስደው ከፍተኛ ውጤት ካስመዘገቡ ተማሪዎች መካከል

Rift Valley University Hub of Excellence!!!

Yuunivarsiitiin Riift Vaalii Kaampaasii Asallaa Barattoota Sagantaa Digirii fi BLTO barsiisaa ture Adoolessa 27/2016 eeb...
04/08/2024

Yuunivarsiitiin Riift Vaalii Kaampaasii Asallaa Barattoota Sagantaa Digirii fi BLTO barsiisaa ture Adoolessa 27/2016 eebbisiisee jira. Suuraan kunniin sagantaa eebbaa irratti kan fudhatamee dha.

የሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ አሰላ ካምፓስ በዲግሪ እና የቴክኒክ እና ሙያ የስተማረቸው ተማሪዎች ሐምሌ 27/2016 ዓ.ም በደማቅ ያስመረቀበት ፕሮግራም። ይህ ፎቶ ግራፍ በምርቃት ወቅቱ የተወሰደ ነው::

Deegarsa Ummata Booranaaf taasifame.………………………………………………….Barattoonni Yuunivarsitii Riift vaalii kaampa Asallaa ummata kee...
24/03/2023

Deegarsa Ummata Booranaaf taasifame.
………………………………………………….
Barattoonni Yuunivarsitii Riift vaalii kaampa Asallaa ummata keenya boranaa balaa hongeen miidhamaa jiruuf Qarshii kuma kudhanii fi dhibba shanii fi shantamii torba(10,557) walitti sassaabuun deegarsa taasisaniiru.

የሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ አሰላ ካምፓስ ተማሪዎች በቦረና በድርቅ አደጋ ለተጎዱ ወገኖቻችንን የአስር ሽ አምስት መቶ ሃምሳ ሰባት (10,557) ብር በማሰብሰብ ድጋፍ አድርጓል።

Yuunivarsiitiin Riifti Vaalii Kaampaasiin Asallaa leenjifamtoota fi barattoota sagantaa gulantaa adda adda fi  Digiriin ...
07/08/2022

Yuunivarsiitiin Riifti Vaalii Kaampaasiin Asallaa leenjifamtoota fi barattoota sagantaa gulantaa adda adda fi Digiriin barsiisaa ture 413 hagayya 1/2014 bifa hoo'aa ta' een eebbisiisee jira.

Sagantaa eebbaa kana irratti Pirezidaantiin Yuunivarsitti Riift Vaalii, itti gaafatamaan wajjira Bul.Magaalaa Asallaa fi bakka bu'aan waajjira kantiibaa Bul. Magaalaa Asallaa, fi itti gaafatamaan waajjira Carraa hojii uumuu fi ogummaa Bul.Magaalaa Asallaa argamuun ergaa eebbifamtootaaf dabarsanii jiru.

11/05/2022
27/01/2022

Address

Asella

Telephone

+251913518322

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Rift Valley University Asella Campus posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category