Abdurahman Mujahid Fillah

Abdurahman Mujahid Fillah

Share

አላማችን ወደ ላ ኢላሀ ኢሏህ በግልፅ ማስረጃ መጥራት ነዉ፡፡

08/12/2023

Maashaa Allah Our Heros

19/11/2023

አቅሳ
አጭር ስለ አቅሳ ግጥም

18/01/2023

Caafiin(Xarafni) Addunyaa Akkana Fakkaatti. Jedhi Mee.

01/10/2022

Today's the best Photo 🌿🥰
💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚
.... beautiful page








30/09/2022

Biyya Hindii Keessatti Ummata Horii Gabbaru Jelaa Horiin Isaan Gabbaran Du'ee Jennaan Akkanatti Boo'utti Jiran.😭

Yaa Allah! Alhamdulillah Kan Muslima Aqlii Qabaatee Karaa Rabbii Hordofu Nu Taasiseef.

Horiin Uumamaadha. Nama Biroof Waa Gochuun Hafee Ofii Isaatiiyyuu Waa Gochuu Hin Danda'u. Rabbiin Isaan Haa Qajeelchu. Aamiiiin!

✍️ AAbdurahman Mujahid FillahMAbdurahman Mujahid FillahFAbdurahman Mujahid Fillah
https://t.me/AbduIslamApologist

28/09/2022

Subhanallah! Subhanallah!

28/09/2022

ማሊክ ኢብን አነስ “እኛ ዘንድ ሱፊያ የሚባሉ ሰዎች አሉ፡፡ በብዛት ይበሉና ከዚያ ያንጎራጉራሉ፡፡
ከዚያም ተነስተው ይጨፍራሉ” ተብለው ሲጠየቁ:–

“ህፃናት ናቸው?” ብሎ ጠየቁ።
“አይደሉም” አሏቸው፡፡
“እብዶች ናቸው?” ብለው ጠየቁ።
“አይደሉም፣ ሸይኾች ናቸው” አሏቸው፡፡
ኢማሙ ማሊክ:– "እኔ ከኢስላም ሰዎች ይህን የሚሰራ አንድም አልሰማሁም ወይ እብድ አሊያም ህፃን ከሆነ እንጂ” አሉ።
ጠያቂው ሰውየውም መልሶ እንዲህ አለ:- ምግብ ይበሉና ከዚያም ተነስተው ይጨፍራሉ፣ አንዳንዱ ራሱን አንዳንዱም ፊቱን ይጠፈጥፋሉ፣
ማሊክም ሳቀና ወደ ቤቱ ሄደ።

[ተርቲቡል መዳሪክ: 2/53]

28/09/2022

Kun Kijiba. 🚫🚫

Eenyutu Yoo Waan Akkanaa Dalagde Ajrii Akkanaa Argatta Yoo Dalaguu Dhabde Kana Kana... Taata Eenyutu Isaan Jedhe?!

Ajrii Kan Namaaf Kennu Rabbi Makee Namni Buroo Wanta Akkanaa Yoo Dalagde Ajrii Aakkanaa Qabda Jechuu Hin Danda'u.

Zikrii Gochuun Ajrii Qur'aana Fi Hadiisa Keessatti Dubbatame Qaba. Garuu Namni Fedhe Akka Fedhetti Dubbachuu Hin Danda'u. Nama Biroofis Godhaa.

✍️ AbAbdurahman Mujahid FillahuAbdurahman Mujahid FillahiAbdurahman Mujahid Fillahhttps://t.me/AbduIslamApologist

27/09/2022

ለሁላችንም አላህ አደራ ያለን ትልቁ ነገር!
አላህ በእስልምና ኖረን የምንሞት ያድርገን🤲❤

Want your school to be the top-listed School/college in Asella?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Address


Asella
MUJAHIDFILLAH