16/11/2024
Kabbajamtoota jaalatamtota hirriyotan koo kuno haara genye jirenyi addunyaa qormaata yeroo hundaa abdi hin kutin ni injifaata kan haarka siti qaabe haarka si jaqla qabun isaa hin oluu ta'us gara raabbi kan ke yoomu ufiirati hin daagatin sooda raabbi qabadhu yero hundaa haaqan jiradhu always to be honest
06/11/2024