Asela Teachers Association

Asela Teachers Association

Share

Teachers association

Photos from Asela Teachers Association's post 16/04/2020

Guyyaa har'aa barsiisotni bulchiinsa magaalaa asallaa waajjira barnootaa bulchiinsa magaalaa asallaa, waldaa barsiisotaa magaalaa asallaa, dura taa'ota manneen barnootaa sad. 1ffaa fi sad. 2ffaa, supparvayizaroota manneen barnootaa sad. 1ffaa fi sad. 2ffaa akkasumas waldaalee bu'uraa manneen barnootaa sad. 1ffaa fi 2ffaa waliin ta'uudhaan waa'ee dhibee koronaa vaayirasii(COVID 19) irratti uffata isaanii uffatanii hubanno kennaniiru. Hubannoon isaan kennan keessaa
1. Harka saamunaan irra deddebi'uun dhiqachuu fi osoo harka isaa saamunaan hin dhiqatiin fuula isaanii tuqu dhiisuu.
2. Namni kamiyyuu yoo xiqqaate tarkaanfii nama jabaa lama waliirraa fagaachuu akka qabu
3. Harka keenyaan wantoota kan tutuqnu yoo ta'ee saanitaayizarii ykn alkoolii dibachuu fi
4. barattoonni barumsa isaanii chaanaalii televizhiinii kan akka MoE, Afri health fi raadiyoo dhaan akka hordofan ergaa dabarsaniiru.

Want your school to be the top-listed School/college in Asella?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Address


Asela
Asella