31/05/2022
Gaaffii
Obbo Gammachuu fi Aadde Jaalanneen ijoollee dubaraa sadi qabu. Ijoolleen dubaraa sadan obboleessa tokko tokko qabu. Firri maatii kanaa biyya alaa jiraatu tokkoon tokkoon miseensa maatii kanaatiif doolaara 200 yoo erge, walumaagalatti maallaqa alarraa ergameef fudhachuuf filannoo hundasaanii kan ta'e Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaarraa gatii doolaara meeqaa fudhatu?
ጥያቄ
አቶ ገመቹና ወ/ሮ ጃለኔ ሶስት ሴት ልጆች አሏቸው። እያንዳንዳቸው ሴት ልጆቻቸው አንድ አንድ ወንድም አሏቸው። ውጭ የሚኖር ዘመዳቸው ለእያንዳንዱ የዚህ ቤተሰብ አባል 200 ዶላር ቢልክ ከውጭ የሚላክላቸውን ገንዘብ ለመቀበል የሁላቸውም ምርጫ ከሆነው ከኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ በድምሩ የስንት ዶላር ዋጋ ይቀበላሉ?
www.coopbankoromia.com.et
23/03/2021