Harme Official

Harme Official

Share

Do the best for Ur Mom

19/05/2024

Welcome to TapSwap!
Tap on the coin and see your balance rise.

TapSwap is a Decentralized Exchange on the Solana Blockchain. The biggest part of TapSwap Token TAPS distribution will occur among the players here.

Got friends, relatives, co-workers?
Bring them all into the game.
More buddies, more coins.
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1558886866
🎁 +2.5k Shares as a first-time gift

12/12/2021

WANTOONNI SHAN DUKKANA IFAAN ISIITIIS WAA SHANI !
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

1: Jaalalti Duniyaa Dukkana, Ifaan Isii Sodaa Rabbiiti
2: Dilii Dalaguun Dukkana, Ifaan Isii Toowbachuudha

3: Qabriin Dukkana, Ifaan Isii Jecha Laa ilaaha illallaah Muhammadu Rasuulullaah Heddummeessuudha

4: Gandi Aakhiraa Dukkana, Ifaan Isii Dalagaa Gaariidha
5: Siraax Dukkana, Ifaan Isii Guututti Rabbitti Amanuudha

• Dukkana Duniyaa, Dukkana Qabrii, Dukkana Ganda Aakhiraa, fii akkasumaas Dukkana Siraaxaa Jalaa Rabbiin Najaa Nu Haa Baasuu.

• Dukkana tana jalaa ifatti bahuuf furmaanni, sodaa Rabbii Qabaachuu, yeroo badii hojjatan dafanii gara Rabbii Toowbaa deebi’uu, Jecha Laa ilaaha illallaah Muahammadan Rasuulullaah Jechuu Heddummeessuu, Ibaadaa Rabbii Irratti Jabaachuu fii Guutuu Guututti Rabbitti Amanuudha.

• Rabbiin Keenya Dukkana Tana Hunda Jalaa Najaa Nu Haa Baasu.

Barreeffama Kana dubbisaatii share waliif godhaa.

27/04/2021

BEEKSISA IRRAA DEEBIIN MAXXANFAME Hub yeroon galmee xumuramaa waan jiruuf ammuma galmaa’an affeera keenya
🎤🌹ODUU GAMMACHIISAA🌹🎤
بلغو عنی ولوکان اٰیة
👍Affeeraa namoota namoota dandeettii ogummaa barreeffamaatiin hawaasa fi amantii keessan tajaajiluuf fedha qabdan hundaaf!!!
✍Chaanaaliin keenya namoota yeroo fi beekumsa qaban islaamummaaf oolchuu barbaadaniif beekamtii kennee gama chaanaalii jedhutti isin affeeruu barbaada!!!

Ulaagaalee
1, Dhimmi as irratti ergamu hundinuu waan hunda galeessa ta'uu qaba, garuu gonkumaa Shari'aa islaamaa fi safuu hawaasa keenyaa faalleessuu hin qabu.
2, Barreeffamoonni as irratti dhiyaatanis dhimma shariaaf taanaan ragaa qulqulluu fi ifa tahe irraa fudhatamuu qabu.
3, Odeeyfannoowwan Naannoo keessan fi guutuu addunyaa irra jiran hawaasa keenya ni fayyadu taanaan dhiyaachuu danda'u, garuu dhugummaan isaa qulqullaa'uu qaba.
4, Namoonni nu waliin hojjechuu barbaaddan namoota afaan Oromoo sirritti qubeessuu danda'an osoo tahee filatamaadha.
kanaafuu
Namoonni dandeettii
👉Walaloo,
👉Asoosamaa,
👉Seenaa(siiraa),
👉Barnoota amantii(da'awaa) ,
👉Odeeyfannoo,.garagaraatiin hawaasa keenya tajaajiluu barbaaddan sa'aatii kamittuu
irraan nu qunnamuu dandeessu!!
🙏Koottaa waliin taanee hamma humna keenyaa hawaasa keenya haa tajaajilluu
Namni fedhii qabuu chanaali armaan gadii irratti nu waliin hojjechuu dandeessu https://t.me/joinchat/AAAAAFa8z7ItJWukOnMp7Q

Telegram: Contact @ummii_tube 25/04/2021

RABBIIN DHUGAA EENYU? ........... Bareessaan UMAR ARSII tin published by Abdurhemanibnukedir ... Seensa
Magaa Rabbii Akkaan Mararfataa
Akkaan Rahmata Godhaa Ta'eetiin
Duraan dursee Uumaa koo Isa ergaa tana
akkan qopheessu na dandeessiseen galatoomfadha
Macaafni
Qulqulluu fi Qur'aanni
Kabajamaan madda tokko irraa kan waraabaman
ta'uusaaniitiif ragaan isaa ergaaleen walfakkaatiinsa
qaban kitaablee Qulqullaa'ota lachuu keessatti
Qur'aanni
argamuu isaaniiti. Kitaableen ilmaan namaatiif
daandii qajeelloo akka akeekaniif jecha Gabbaramaan
Jabaan keenya irraa ergaman qajeelfamoota
Waaqayyooti malee kanneen tasa bu'anii miti.
Dhugaa dha; Qur'aanni Kabajamaan qajeelfama
Muslimootaa ta'uun isaa dhimma shakkisiisaa miti.
Haa ta'u malee, ergaa kana keessatti wanti
keessummaa ta'uu danda'u yoo jiraate, Macaafni
Qulqulluun faayidaan isa kan gama ragaa
Kiristaanootaa irra Muslimootaafii osoo jedhamee

wanta dhugaa irraa fagaatee miti. Fakkeenyaaf
Macaafni Qulqulluun:
Gooftummaa Yesus kan hin fudhanne yoo
ta'e, Yesusin ilma namaa jedhee kan waamu yoo
ta'e, Yesus Raajii (Nabiyyii) lammiilee isaa
kanneen Israa' eelootaaf qofa kan ergame jedhee yoo
labsee fi fannifamuu dhabuu Yesusii yommuu
mirkaneesse, inni sababaa guddaa Qur'aana
kabajamaa irraa addaan itti jiru waan hin qabneef
qabeenya ragaa Muslimootaa ta'uu ni danda'a.
Jecha Rabbii ta'uu Qur'aana Kabajamaa fi
Macaafa Qulqulluu ilaalchisee Gabbaramaan keenya
Jabaan Allaahaan jecha Isaa kabajamaan kitaableen
qulqulloonni lachuu ifnanaa fi qajeelfama ta'uu
isaanii keewwattoota armaan gadiitiin ibsa:......

Telegram: Contact @ummii_tube

21/04/2021
Want your school to be the top-listed School/college in Asella?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address


Asella
093132