30/08/2024
Osama debelu
Tttt
30/08/2024
25/08/2024
Oduu Gaddaa
Barattuun Liidiyaa Yohaannis Yuunivarsitii Jinkaatti barattuu waggaa 3ffaa yoo taatu maatii ishee waliin yeroo boqonnaa Gannaa Kaambaa turte.
Jaalalleen ishee Fiilmoon Ceefiqqee barataa Yuunivarsitii Arbaaminciiti. Sanbata Guddaa dhufu eebbi sababa jiruuf barattuu Liidiyaan maatii isheetiin akka mana barumsaatii barbaadan itti himuun jaalallee ishee waliin mana inni kireeffatee jiru keessatti sagantaa eebbaa qopheessaa turte.
Haa ta’uyyuu malee Kamisa Hagayya 16/2016 sababa walitti bu’iinsa hin beekamneen eebbifamaa kan ture jaalallee isheetiin ajjeemfamte.
Jaalalleen ishees gara jabeenyaan Mana kireeffate keessatti , qaaruu ishee waraanee, hamma albeen harka isaa keessaa cabutti morOduu Gaddaa
Barattuun Liidiyaa Yohaannis Yuunivarsitii Jinkaatti barattuu waggaa 3ffaa yoo taatu maatii ishee waliin yeroo boqonnaa Gannaa Kaambaa turte.
Jaalalleen ishee Fiilmoon Ceefiqqee barataa Yuunivarsitii Arbaaminciiti. Sanbata Guddaa dhufu eebbi sababa jiruuf barattuu Liidiyaan maatii isheetiin akka mana barumsaatii barbaadan itti himuun jaalallee ishee waliin mana inni kireeffatee jiru keessatti sagantaa eebbaa qopheessaa turte.
Haa ta’uyyuu malee Kamisa Hagayya 16/2016 sababa walitti bu’iinsa hin beekamneen eebbifamaa kan ture jaalallee isheetiin ajjeemfamte.
Jaalalleen ishees gara jabeenyaan Mana kireeffate keessatti , qaaruu ishee waraanee, hamma albeen harka isaa keessaa cabutti morma ishee qale.
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
21/08/2024
Ministeerichi Yakka Suukaneessaa Gaammee Heevan Irratti Raawwate Ilaalchisee Murtoo Kennamerratti Qooda Fudhattoota Waliin Kan Hojjetu Ta’uu Ibse
Yakka suukaneessaa gaammee Heevan irratti raawwate ilaalchisee murtoo kennamerratti qooda fudhattoota waliin kan hojjetu ta’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksiseera.
Ministeerichi mirga daa’immanii kabachiisuuf qaamolee dhimmi ilaallatu waliin qindoominaan kan hojjetu ta’uu ibseera.
Ajjeechaa suukaneessa gaammee Heevan irratti raawwate hordofee ministeerichi gaddi cimaan itti dhagahamuu ibseera.
Haleellaa suukaneessaa daa’immanirratti raawwatu cimsee kan balaalleffatu ta’uu himeera.
Yakkicha hordofee murtoo kennamerratti haala ol iyyannoon itti gaafatamurratti qaamolee haqaa fi qooda fudhattoota waliin qindoominaan kan hojjetu ta’uu mirkaneesseera.
Daa’imni tun erga guddeeddamtee booda lubbuun ishee akka darbu taasiifamuun kan yaadatamuudha.
Yakkicha ilaalchisee Murtoon hin madaalle kennameera jedhamuun komii guddaa kaaseera.
Artiistota keenya hawwii
Hawwiin koo akka
Keessaan ta,uu fedha.
Isiin maal na gorsitu??
23/11/2022
Natti ulfaatte jirta
Akka qarshii dhibba
Ol jedhee si ilaaluu
Ijji koollee jibbaa
.
Ija koon libsadhaa
Ennaan si ilaaluu
Sagalee keetinuu
Yaadni na qajeeluu
.
Sodaa natti uumtee
Ma na shororkeesitaa?
Siyaasa jaalalan
Maaf na ukkamsitaa?
.dhaddeecha nadhaabii
Iddoo ijibbaataa
Tarii yoon argadhee
Xiqqoollee furmaata
31/10/2022
Yunivarsiitii Jimmaatti Barsiisaa kan ta'e Tamaam Abdullaahii haadha warraa isaa Albeen qalee ajjeesun otoo miliqaa Jiru Magaalaa walqixxeetti to'atameera.
Wal fuudhanii waggaa tokkoof Magaalaa Jimmaa ganda Ginjoo kan waliin jiraachaa turan yoo ta'u haadha warraa isaa Saalihaa ajjeesee obboleessa isheef bilbile himee baqate.
Seerri biyya kanaa waldiddaa gaa'ela keessa jiru furuun yoo dadhabame hanga Hiikkaa gaggeessutti mirga laateera. Garuu namoonni dadhaboon akka Weellisaa Taajuu Shurrubbee fi barsiisaa kanaa seerri kunillee jiraachuu waan hubatan hin fakkaatu. Gochaa gara jabummaa akkasiitin rakkoon furamu hin jiru.
Obboleettii teenna tan gara fuula Rabbii deemte Rabbi raahamata haa godhuuf
Please gocha akkanaa raawwachuu irraa of eegaa!
30/10/2022
Nuti oromoodha
Worraa beeku safuu
Jalallii kankeenya
Namaa bira dabre
Loowwaaniif hin hafuu
14/10/2022
የ አገር ልጆች ጋር እንዴት ኔን
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Telephone
Website
Address
Bekojji
Asella
AD