Waqjira Gebisa

Waqjira Gebisa

Share

Jesus is lord

07/11/2025
24/06/2025

GebisaTaye Dendea Aredo

Photos from Waqjira Gebisa's post 17/05/2025

Wanko Gebisa πŸͺ‚

25/02/2025

Bar meqaa?

24/06/2020

Nagaan sinif yaa bayatuu Matti Waaqayyo 🀝
βœ”οΈβœ”οΈβœ”οΈβœ”οΈβœ”οΈβœ”οΈβœ”οΈβœ”οΈβœ”οΈβœ”οΈ
πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™
Daqiqaa Murasa fayadami dubifadhuu barumsa sii fayadudha πŸ‘Œ
========================"πŸ“–
Jalqabaa page kana like & shere...
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Suricha asi gaditi argitaan kana,
Ergaa kotin waal qabata kaan jedhuu yadeen fayadame, πŸ‘ˆ

Akka hubatanis Abdin qaba... πŸ‘Œ

Maal gochuu barbada?. Maal gochuu moo dadhabdee? πŸ€·β€β™‚οΈ

πŸ‘‰Namni kamiyuu Jirenyaa waqayyoon gamachisuu jirachuu nii fedhaa. πŸ’―
Garuu rakowaan yeroo bayee nama mudataan kessa inni tokoo otoo nuutin jalatiin Ykn osoo nuttin fedhin kaan nuuti nuu dukka bu'aan bayee qabna,

πŸ‘‰Garuu nuuti ijoleen hafuuraa Jirenyaa nuuti maxannaan kana kessa bahuuf yoo Aayyani waqayyoo inni bara baraan nuu dukka jiruu suun nuu gargaruuf hin !

πŸ‘‰Ammali namoota kessa inni tokko eddo ofi sani sii buusani bakka kee ta'uu barbaduu πŸ‘Œ

Maqaa kaan kee fudhataani maqaa kaan sani sif lachuu fedhuu πŸ‘Œ

Jirenyi osoo atin jalatiin sitti maaxxanne sii dukka figuu jiraa tanaan atti kessa bahuuf tatafacha jirta taanan Harki butte kessa sii basuu anaf sif inis harka Bara baraan nuu gagesudhaa harki kuun jirenya maxxantu qabuu nura kasuuf harka waqaayyoo jedhamee

πŸ‘‰Harki waaqayoo nama cesisuu saa yeroo bayee kaan bekuu waara ittin lagaa rakina ce'ee qofadha.
Isanis Saba Esera'lidha.

πŸ‘‰Isa cubuu ta'uu saa samuun kee amanee itti isa kana moo osoon jalatin kaan hojetuuf", samuun kee waaqayoo gudisee yaa bekuu waqaa hararaa ta'uu sas yaa hubatuu ittis yaa gamaduu, πŸ“–

Ati cubbu hojetees hojechuu batees fulaa waaqayoo jala esayuu dhaquu waan hin dandenyeef.

Macafaa farfaannaa 139:7

Kanafu ati jirenya biyya Lafa jirtu kesati fula waqaayoo dura esayu dhaquu sila hin dandenyeef isa osoon jalatin hojeete hundumaaf waqaayoo anaf sif hin dhabaata inni hanga lubuti nuu jalatee dhifama Saaf Amaas nuu bira jira,

Waan dubiftaanif guda ebifama bayen sin jaladha πŸ‘‹

Naaf ebifama πŸ‘ˆπŸŠ

Want your school to be the top-listed School/college in Asella?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Asella