Beka kubi secondary school

Beka kubi secondary school “Wisdom…. comes not from age, but from education and learning.”

Guyyaa 15/2/2018  Barattoota mana Barumsa Sad.2ffaa Bakaa Kubii kutaa 12ffaa bara 2018tti qormaata biyyoolleessaa ykn En...
25/10/2025

Guyyaa 15/2/2018

Barattoota mana Barumsa Sad.2ffaa Bakaa Kubii kutaa 12ffaa bara 2018tti qormaata biyyoolleessaa ykn Entrance exam fuulduraa qoramuuf qophii irra jirtan hundaaf Ministeerii Barnoota Fedeeraalaa Barataan/tun kamiyyuu osoo National ID hin qabanne qormaata biyyoolleessaa ykn Entrance exam fudhachuu kan hin dandenye ta'u isaa waan ibseef Barattoonni keenya ammuma irra eegalee National ID baafachuun akka isinirra jiru gamanuman isiin beeksifna!!

Bakaa kubii Sad.2ffaa Baga itti cabsitan qaxaleewwan bara 2017 qormaata biyyoolleessaa fudhattan baga gammaddan
15/09/2025

Bakaa kubii Sad.2ffaa Baga itti cabsitan qaxaleewwan bara 2017 qormaata biyyoolleessaa fudhattan baga gammaddan

07/07/2024

Barattoota science mana Barumsa Sad.2ffaa Bakaa Kubii kutaa 12ffaa bara 2016tti qormaata biyyoolleessaa fudhattan hundaf.
Guyyaan qormaata keessan waan dhiyaatee jiruuf jecha gaafa guyyaa 03/11/2016 (Roobii ykn Arbaa) sadarkaa mana Barumsatti orientation waan kennamuf kitaaba barataa fi kitaaba wabii eergisaadhan fudhattani harka keessan jiru hunda qabatanni ganama irra sa'aatii 3:00tti akka moora mana Barumsa keessatti argamtani orientation isiniif kennamu akka fudhattan cimsinee isin hubachiisna.

Guyyaa 4/7/2016Mana Barumsa Sad.2ffaa Bakaa Kubiitti Baruu_barsiisuun haala kanan kuttannoo fi muraannoon Barsiisoota ke...
13/03/2024

Guyyaa 4/7/2016
Mana Barumsa Sad.2ffaa Bakaa Kubiitti
Baruu_barsiisuun haala kanan kuttannoo fi muraannoon Barsiisoota keenya fi Barattoota keenyan gaggeeffamaa jira.

Akka Seenaatti bor guyyuma kanatti soomni ni eegala. Obboleeyyan keenya kan Musliimaatiif Ramadan Kareem 🕋☪️ ▪️ Obboleey...
10/03/2024

Akka Seenaatti bor guyyuma kanatti soomni ni eegala. Obboleeyyan keenya kan Musliimaatiif Ramadan Kareem 🕋☪️ ▪️ Obboleeyyan keenya kan Kiristaanaatiif baga Sooma waggaattiin isiin gahee ⛪ ✝️
በታሪክ አጋጣሚ በተመሳሳይ ቀን ነገ ፆም ይጀመራል።
▪️ለሙስሊም ወንድሞች እና እህቶች ረመዳን ከሪም❗️
🕋☪️
▪️ለክርስቲያን ወንድም እና እህቶች መልካም የዐብይ ፆም ይሁንላችሁ❗️
⛪️✝️

  Mana Barumsa Sad.2ffaa Bakaa Kubii  irraa.  Ramadana waggaa 1445 tti nagayan geeysanKabajamtoota hawaasa muslimaa bul/...
10/03/2024

Mana Barumsa Sad.2ffaa Bakaa Kubii irraa.
Ramadana waggaa 1445 tti nagayan geeysan
Kabajamtoota hawaasa muslimaa bul/mag/bakaa kubii hundaaf akkasumas kabajamtoota hawaasa muslimaa hundaan baga Ramadana waggaa 1445 tiin nagayan isin gahee.
Ramadanni kun Kan gammachu, kan Milkii, kan jaalala, kan tokkummaa, kan rakkataa ittin gargaru akka isiniif ta'u hawwii qabnu maqaa Mana Barumsa Sad.2ffaa Bakaa Kubiittin baga geessan isiniin jenna.

Guyyaa 28/06/2016Mana Barumsa sadarkaa 2ffaa Bakaa Kubiitti mariin barsiisoota fi barattoota giddutti haala raawwii foyy...
07/03/2024

Guyyaa 28/06/2016
Mana Barumsa sadarkaa 2ffaa Bakaa Kubiitti mariin barsiisoota fi barattoota giddutti haala raawwii foyya'iinsa qabxii barattoota,adeemsa baruu- barsiisu fi qajeelfamoota mana barumsa irratti hubanno uumuun mariin bal'aan ta'e gaggeeffame jira.

Guyyaa 26/06/2016Mana Barumsa Sad.2ffaa Bakaa Kubiitti Gamagama hojiilee semester 1ffaa mana barumsichaa ilaaluun Hanqin...
06/03/2024

Guyyaa 26/06/2016
Mana Barumsa Sad.2ffaa Bakaa Kubiitti
Gamagama hojiilee semester 1ffaa mana barumsichaa ilaaluun Hanqinoota jiraniifi ciminoota jiran irratti barsiisoota waliin marii bal'aa ta'e gochun kallattii fuula ka'ame jira.

Address

Beka Kubi
Asebe Teferi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Beka kubi secondary school posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category