Chiro College of Teachers' Education

Chiro College of Teachers'  Education Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Chiro College of Teachers' Education, Education, Asebe Teferi.

Chiro college of teachers' educationLeenjiin Leenjistootaa "ABL" Kolleejjiin Barnoota Barsiisotaa Ciroo Biiroo Barnoota ...
23/03/2024

Chiro college of teachers' education

Leenjiin Leenjistootaa "ABL" Kolleejjiin Barnoota Barsiisotaa Ciroo Biiroo Barnoota Oromiyaa fi Dhaabbata UNICEF waliin tahuun kennamu Godina Harargee Bahaa Aanaalee Cinaaksaniifi Gursumitti ogeeyyii Barnootaatif kennamu jalqabameera

KBB CirooKolleejjii Barnoota Barsiisotaa Ciroo Biiroo Barnoota Oromiyaa fi  dhaabbata "UNICEF" waliin tahuun barsiisota ...
17/03/2024

KBB Ciroo
Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Ciroo Biiroo Barnoota Oromiyaa fi dhaabbata "UNICEF" waliin tahuun barsiisota Godina Harargee Lixaa fi Harargee Bahaa aanaalee Ancaar,Daaroolabuu ,Cinaaksanifi Gursum irraa dhufaniif leenjiin sirna Barnootaa hara'a Barnoota Umrii daa'imummaa (ECE) irratti barsiisota BSTDtiif kennamaa jira

27/10/2023
KBB Cirooleenjiin  barsiisota haara'a  "applied"   waajjira barnoota Godina H/lixaa waliin tahuun  KBB Cirootti  kennamu...
27/10/2023

KBB Ciroo
leenjiin barsiisota haara'a "applied" waajjira barnoota Godina H/lixaa waliin tahuun KBB Cirootti kennamuu eegalee jira.

Address

Asebe Teferi

Telephone

+251991585440

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Chiro College of Teachers' Education posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Chiro College of Teachers' Education:

Shortcuts

Share

Category