26/06/2024
https://youtu.be/LI72tX6TImU?si=7loWEA8nSMdhfIWU
CIROO TUBE: Daawwannaa Kooleejii Barnootaa Barsiisoota #video CIROO TUBE: Daawwannaa Kooleejii Barnootaa Barsiisoota
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Chiro College of Teachers' Education, Education, Asebe Teferi.
26/06/2024
https://youtu.be/LI72tX6TImU?si=7loWEA8nSMdhfIWU
CIROO TUBE: Daawwannaa Kooleejii Barnootaa Barsiisoota #video CIROO TUBE: Daawwannaa Kooleejii Barnootaa Barsiisoota
23/03/2024
Chiro college of teachers' education
Leenjiin Leenjistootaa "ABL" Kolleejjiin Barnoota Barsiisotaa Ciroo Biiroo Barnoota Oromiyaa fi Dhaabbata UNICEF waliin tahuun kennamu Godina Harargee Bahaa Aanaalee Cinaaksaniifi Gursumitti ogeeyyii Barnootaatif kennamu jalqabameera
17/03/2024
KBB Ciroo
Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Ciroo Biiroo Barnoota Oromiyaa fi dhaabbata "UNICEF" waliin tahuun barsiisota Godina Harargee Lixaa fi Harargee Bahaa aanaalee Ancaar,Daaroolabuu ,Cinaaksanifi Gursum irraa dhufaniif leenjiin sirna Barnootaa hara'a Barnoota Umrii daa'imummaa (ECE) irratti barsiisota BSTDtiif kennamaa jira
27/10/2023
27/10/2023
KBB Ciroo
leenjiin barsiisota haara'a "applied" waajjira barnoota Godina H/lixaa waliin tahuun KBB Cirootti kennamuu eegalee jira.