Salam dawa group chiro

Salam dawa group chiro Kayyoon Keenya Hamma Dandeenyeen Diin Islaam Babbalisuudha

31/01/2026
31/01/2026
~INSHAA-ALLAAH❣️👉Eeybaa baratoota salaam nurra hin hafina
27/01/2026

~INSHAA-ALLAAH❣️
👉Eeybaa baratoota salaam nurra hin hafina

💚 INSHAA-ALLAAH 💚Sagantaan keenya kan torbaanii Inshaallah boru galgala masgiidu salaamitti wal agarra inshaallah!!!!!Ma...
14/01/2026

💚 INSHAA-ALLAAH 💚
Sagantaan keenya kan torbaanii Inshaallah boru galgala masgiidu salaamitti wal agarra inshaallah!!!!!
Mata dureen "ITTI FAYYADAMA YEROO"Jetti isin hin dabrin!
islaam
islaam

   Boru Galgala Inshaallaah  Oduu Gammachiisaa jiraattoota magaalaa cirooti Naannawa isii maraaf Sagantaa   Ajaaaibaa  B...
19/12/2025


Boru Galgala Inshaallaah

Oduu Gammachiisaa jiraattoota magaalaa cirooti Naannawa isii maraaf Sagantaa Ajaaaibaa Baabaa keenya Sheikh ibrootin Masjidu Magribaa fi ishaa'ii jidduu Waan Godhamuuf
Akka irraa Qooda Fudhattan Afeeramtanii jirtu.
Share Waliif Godhaa Akramakumullaahu

MUHADARA Matadureen   Jedhu By   ☪️ Student's JEMEA (By RVU Chiro -MSJ) Kan Qophaawe   አስደሳች ዜና   Jiraattota Magaala   f...
11/12/2025

MUHADARA Matadureen Jedhu By ☪️ Student's JEMEA (By RVU Chiro -MSJ) Kan Qophaawe
አስደሳች ዜና Jiraattota Magaala fi.Naannawa.ishee Hundaaf ( Fresh Man Bara 2018tiif Kan Diiniyal iSlaaM Lafaa Fuudhuf Hamilee Qabaniif/ /Bakka Buutota Keenya Lafaa Dhufaa Keenyaf Addaa Godhame HAWWiiiN Eegaa Jirra insha Allah

Alhada (05/4/2018) Wal Argaan Chiroo Ganamaan Sarara Duraa Qabadhaa



By Muraadishaa LowLand

01/02/2025

Address

Asebe Teferi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Salam dawa group chiro posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share