Art Fadiilu Mohammed

Permanently closed.
04/11/2024
Ergamaan Rabbii Nabi Mohammed (S A W ) gaafa addunyaa kanarraa gama aakiraatti godaanan Mu'aazziina Ergamaa Rabbii kan t...
10/04/2024

Ergamaan Rabbii Nabi Mohammed (S A W ) gaafa addunyaa kanarraa gama aakiraatti godaanan Mu'aazziina Ergamaa Rabbii kan turan Bilaal Ibnu Rabaah duuti ergamaa Rabbii akkaan akka malee qalbii isa cabsee Madiinaa keeysa taa'uu dadhabe.

Bilaal Ibnu Rabaah sagalee isaa bareedduu ija imimmaaniin guutameen "Allaahu Akkubar" jechuun azaana jalqabee osoo hin xumurin "Ash hadu anna Muhammadun rassuul allaah" hogguu jechuu deemu jaalallee isaa ergamaa Rabbii Nabi Mohammed (S A W) waliin waan dabarse yaadatee kokkeen isaa qabamtee boohee imimmaan qabachuu dadhabe. Hogguu kana Bilaal ibnu Rabaah "Ani har'a booda hin azaanu eega ergamaan Rabbii du'ee" jechuun Madiinaa irraa gara Shaam godaane.

Bilaal Ibnu Rabaah erga Madiinaa irraa deemee waggaa 1'f Shaam jiraachaa turan booda guyyaa tokko Ergamaa Rabbii Nabi Mohammed abjuudhaan Bilaalitti dhufee "Yaa Bilaal kiyya maaliif na dagatte? Maaliif guyyaa tokko illee taatu qabrii tiyya ziyaaruu dhabde" jechuu abjuudhaan akkuma itti dubbateen Bilaal Ibnuu Rabaah lafaa utaalee Haadha Warraa isaatiin "Har'a ifiifuu natti hin hafnee Nabiituu abjuudhaan natti dhufee niin deemaa siinqii naaf qopheessi" jedheenii gara Madiinaa imala jalqabe.

Bilaal Ibnu Rabaah Madiinaa akkuma gaheen
qabrii ergamaa Rabbi ziyaaree qabrii ergamaa Rabbii bira taa'ee boohaa osoo jiruu ijoolleen lamaan maqaa isaanii Hassanii fi Husseen jedhaman itti dhufanii mu'azzina ergamaa Rabbiiﷺkan turan Bilaal Ibnu Rabaah ofitti qabuun jaalalaan hammatanii erga isa dhungatan booda "Erga Ergamaan Rabbii du'ee sagalee kee nu dhorkatee akka nuu azaantu barbaanna" jedhaniinii ijoolleen Bilaal fuutee if bira bulchite. Ganama barii Salaata Subii irratti Bilaal Ibnu Rabaah hoggaa ash- hadu Anna muhammad rassuulullaah bira gahu jechuu dadhabee boohee hudhame.

Bilaal Ibnu Rabaah sagalee isaa bareedduu saniin hogguu lallabee azaanu akka waan sagalee isaa saniin Nabi Mohammed Ergamaa Rabbii yaadataniitti ummanni buqqa'ee osoo manatti hin hafin sagalee isaa dhaggeeyfacha

22/01/2024

Dubarri kaayyoo qabdu
fincaan fincaa'u qofaaf
paa*tii ishii baafattii👙

Namni maal naan je'a jattee waan sirrii dalaguu hin sodaatin, 🤨Waan fedhe gootus namni waan je'u hin dhabu.💪❤️
12/01/2024

Namni maal naan je'a jattee waan sirrii dalaguu hin sodaatin, 🤨
Waan fedhe gootus namni waan je'u hin dhabu.

💪❤️

Address

Asebe Teferi
NO

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Art Fadiilu Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Art Fadiilu Mohammed:

Shortcuts

Share

Category