07/05/2024
Negelle Arsi TVET College
Quality Training for all
07/05/2024
11/06/2023
Hojii hirmaannaa umataa mirkaneessuuf jiraattonni gandoota magaalaa Nageellee Arsiitii wolitti bahan qophii boolla biqiltuu asharaa magariisa bara kanaa kolleejjii keessatti yeroo qopheessan.
04/05/2023
30/04/2023
Yoo woliin ta'an waan kufe hundaa ol kaasuun nama hin dhibu.kan nama dhibu wolirratti yoo dhiibbaa yaaddan qofa.
30/04/2023
Leenjifamtuu ogummaa agro food
prosessing kan guyyaa kaleessaa boqatte rabbi jeennataan ishii haa qananiisu
24/03/2023
Kolleejjiin BLTO Nageellee Arsii leenjifamtoota ogummaa Domestic work irratti leenjisaa ture haala gaariin madaallii gahuumsa oggummaa kennaa jira.
28/01/2023
Kolleejjiin BLTO Nageellee Arsii
leenjifamtoota buleeyyii harkaa qabu keenjii haala gaariin leenjii itti fufee jira.
Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12 xummurtanii barnoota leenjii ogummaa garaa garaa barachuu barbaaddan fi kan kana dura galmooftanii ulagaan hanga dhufuuf eeggachaa jiratan hundi kolleejjiin keenya yeroo kamuu caala ogummaalee saganta DAC /filatamoo / ta'anii beekamtii ittiin argateen yeroo dhiyootti simannaa ni eegala.wonni adda nu taasisu ogummaaleen nuti leenjisnu kan Industrii garaa garaatiin wolitti hidhatamee leenjifamu waan ta'eef leenjii booda rakkoo hoj-dhabdummaa nun mudatu. koottaa galmaa'aa. Argamni kolleejjichaa magaalaa Nageellee Arsii stadiyeemiin gara kabaatti.
28/01/2023
Kolleejjiin BLTO Nageellee Arsii
leenjifamtoota buleeyyii harkaa qabu keenjii haala gaariin leenjii itti fufee jira.
Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12 xummurtanii barnoota leenjii ogummaa garaa garaa barachuu barbaaddan fi kan kana dura galmooftanii ulagaan hanga dhufuuf eeggachaa jiratan hundi kolleejjiin keenya yeroo kamuu caala ogummaalee saganta DAC /filatamoo / ta'anii beekamtii ittiin argateen yeroo dhiyootti simannaa ni
eegala.wonni adda nu taasisu ogummaaleen nuti leenjisnu kan Industrii garaa garaatiin wolitti hidhatamee leenjifamu waan ta'eef leenjii booda rakkoo hoj-dhabdummaa nun mudatu. koottaa galmaa'aa. Argamni kolleejjichaa magaalaa Nageellee Arsii stadiyeemiin gara kabaatti.
14/08/2022
Sirna dawwannaa mooraa kolleejjii keenyaa fi sagantaa eebbaa leenjifamtootaa irraa suuraa fudhatame.
14/08/2022
Nyaata koo qe'ee kootii dhaadhannoo akka biyyatti jiru lafaan gahuuf kolleejjii BLTO Nageellee Arsii qonna magaalaa Mirkaneessuuf lafa qonnaa qabutti kuduraaleef fuduraalee garaa garaa hawaasa kolleejjichaa hirmaachisuun misoomsaa jira. yoo woliin hojjanne misoona ni mirkaneessina tokkummaan humna.Galatoomaa
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the school
Telephone
Address
Arsi Negelle
Arsi Negele
0