26/12/2024
Mamme Oromiya Oro
26/12/2024
15/08/2024
Oduu gammachiisaa !!
Hawaasa muslimaa maraaf: akkuma beekkamu markazul-furqaan (Giddu galli) hifzii qur'aanaa Al-furqaan kan magaalaa cirootti argamu Yeroo dheeraaf haafizoota hedduu oomishuun ummata islaamaatiif gumaachaa turuun isaa ni yaadatama,kunoo ammaas gaafa 12/12/2016 marsaa 14ffaaf haafizoota 74 iddoo Ulamaa'ootaa fi keeysummoonni kabajaa,fi maatiin haafizootaa fi hawaasni bal'aan iddoo argamanitti Eebbisiisuuf qophii isaa xumuree isin afeeraa jira,kanaaf Namni rabbiin siif mijjiieeyse kamuu Eebba gammachuu tanarraa qooda akka fudhattu siin janna. Iddoon galma koolleejji barsiisootaaa yoo ta'u ganama sa'aa 2:30 irraa jalqabeeti.
11/08/2024
Abbaan Jifaar Haafizoota eebbifataa jira
Magaalaa Jimmaatti kan argamu Wiirtuun Hifzii Qur'aanaa Abbaa Jifaar marsaa 6ffaadhaaf Haafizoota Qur'aanaa galma Yunivarsiitii Jimmaatti sirna ho'aadhaan eebbisiisaa jira.
Ulamaa'onni, du'aatonni, ustaazonniifi keessummoonni bakkoota garaa garaa argaman
15/06/2024
iida milkii ta gammachuu rabbi nuuf haa godhu! Hojiilee gaggaarii teenya rabbiin nurraa haa qeebalu! Baga geessan
10/02/2024
Eebba marakaza Rahmaa magaalaa ciro
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the school
Telephone
Website
Address
Arba Mintch