Šinger Bęēķãŋ Ķűmăã

Šinger Bęēķãŋ Ķűmăã

Share

Wantoota haaraa argachuuf like,share, invite godhaa

04/05/2026

kee keessan jiraadha
hin fedhu waan aduu gadii
tolus natti badus
ani suma kanan irraa qabuun abdii-🙏

27/04/2026

Jaalalli kee duwwaan
haa ta'u narratti
Ergama koo raawwachuuf
nan fiiga duratti

22/04/2026

dur dur kan turte
baraanis kan jiraattu
aangoo eenyumtu
sirkaa hin mulqatuu

02/05/2025

Haasaa Ogummaa

Abukaattoo tokkotu boolla bishaanii barsiisaatti gurgure.

Abukaattoon sun guyyaa xiqqoo duuba asi deebi'ee barsiisichaan, "obboleesso, ani boollichan sitti gurgure malee bishaanicha sitti hingurgurre. Bishaanicha fayyadamuu barbaadda taanaan maallaqa dabalataa naaf kaffaluu qabda," jedheen.

Barsiisichis seeqaa akkas jedheen: "Eeyyee. Anis gamakee dhufuufan ture. Bishaanicha keessaa waraabdee boolla duwwaa akka naharkaan geessuuf sitti himufan karaa irraa bu'ee dhufuf ture. Immoo, bishaanicha waraabdee boolla duwwaa isaa naharkaan hingeessu taanaan atuu bor irraa eegaltee kiraayii bishaanicha naaf kaffalta," jedheen.

Tibba kana abukaattichi na'ee faajja'e.
Barsiisichaanis, "anoo qoosaadhumaafan dubbadhe malee garaa kiyya irraa mitim barsiisa," jedheen.

Barsiisichis kolfaa, "namootni akka keetii nubiratti baratanii abukaattoo ta'u, beeki" jedheen, jedhama.

Galatoomaa

30/04/2024

-Gaariidha.

30/11/2023

Today,s Best photo
🧡❤️💚💙💛💜












23/03/2023

haalli ulfaate
Iddoon baqaa dhibu
Lubbuun dhaloota hundaa
Yeroo yaaddoon dhumuu
Abdiin namaa citee
Gaafa humni bu'uu
An si jalattan dheensaa
Abdii koo hin gu'uu.

Photos from Šinger Bęēķãŋ Ķűmăã's post 03/01/2023

Sefaaniyaa 3:14-20

Ergaa kana dubbifadhaa share Waliif godhaa.
Osoo hin dubbifamu sin bira hin darbinaa.achumaan ergaa kanaa Waliif qoodaa ykn share Waliif godhaa.
namoota Xiyoon, sagalee gammachuu dhageessisaa! Yaa saba Israa'el, sagalee keessan guddisaa ol kaasaa! Yaa namoota Yerusaalem, garaa keessan hundumaan gammadaa! Gammaduu keessanis beeksisaa*! Isa sitti faradame sana Waaqayyo si irraa kaaseera, diinota kees si irraa deebiseera; Waaqayyo mootiin Israa'el sii wajjin waan jiruuf, ati si'achi wanta hamaa hin sodaattu. Guyyaa sanatti namoonni Xiyooniin, “Yaa Yerusaalem hin sodaatin, harki kees lawwaasa'ee kan gad rarra'u hin ta'in! Waaqayyo gooftaan kee sii wajjin jira, inni oolchuudhaaf aango-qabeessa; inni of irraa bu'ee sitti in gammada, jaalala isaatiin gabii siif in kenna; akka warra guyyaa ayyaana beekamaatti gammadanii, sitti gammaduu isaas sagalee isaa ol fuudhee in dhageessisa” in jedhu*. Waaqayyo ammas, “Ani iyya isaanii, wawwaannaa isaanii, yeelloo isa akka ba'aa isaanitti ulfaates isaan irraa nan kaasa*. Kunoo, ani guyyaa sanatti warra isin cunqursan hundumaa nan adaba, warra naafa nan fura, warra tamsa'anis walitti nan qaba; warri guutummaa biyya lafaa keessatti yeellaasifaman, ulfinaa fi jajamuu akka argatan nan godhe*. Yeroo sanatti ani walitti isin qabee, biyyatti isin nan galcha; yeroo sanatti warra isin duraa booji'aman, utuu isin ilaaltanii isiniif nan deebisa; ani saba lafa irraa hundumaa gidduutti, ulfinaa fi jajamuu akka argattan nan godha” jedha; kana Waaqayyotu dubbate*.
Macaafa Sefaaniyaa Raajichaa 3:14-20

Share
Invite
Like
Comment keessan Nan barbàada page koo kana ol nàaf kàasaa iddoo gadi bu'ee jiruu.

08/12/2022

5 kan hafee.

03/12/2022

Nan jechisiisu oolmaan Kee gaafasi har'as mana koo jiraa
✓Page kana share naaf godhaa namoota wqyo jaalalaanan isin gaafadha.
Akkasumas invite naaf godhaa

Want your school to be the top-listed School/college in Ano?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Ano

Telephone

Website

Address


Beek
Ano
OROMOO