07/02/2026
Leenjifamtoota Dhaabbata Leenjii Qabiinsa Manaa Waadaa Amboo...Leenjiin kenyaa akkuma itti fufeetti Jira Kottaa galmaa’aa leenji’aa gahoomaa Carraa hojii bal’aa kanatti fayyadamaa. .
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dhaabbata Leenjii Qabiinsa Manaa Waadaa Amboo, School, Ambo, Oromia, Ambo.
07/02/2026
Leenjifamtoota Dhaabbata Leenjii Qabiinsa Manaa Waadaa Amboo...Leenjiin kenyaa akkuma itti fufeetti Jira Kottaa galmaa’aa leenji’aa gahoomaa Carraa hojii bal’aa kanatti fayyadamaa. .
Dhaabbata Leenjii Bobbii Biyya Alaa Waadaa kottaa Leenji'aa Ogummaa sirrii horachuuf akkasumas abjuu ofii gara biyyoota Arabaa deemanii milkeessuuf filannoo gaariin Wada Domestic Work Training Center.
Biyyoota Hojiif deemamaan
1. Saawudii Arabiyaa
2. Kuwataar
3. Kuweet
4. UAE (Dubaayi)
5. Jordaan
gagabaaboo nuti irratti kenninu
1.House Keeping
2 Customer Care
3.Basic Entrepreneurship
4.Preparing as well as serving Middle East Food & Beverage
5.English Language
6.Basic Arabic Language
7.Ethics and general Global trends
Hub.Leenjistoota muuxannoo qabanin leenjisuun keenya adda nu taasisa.
Galmee irra jira, Teessoon keenya Safara Addis Katamaa
Lakk.Bilbilaa 0980422144/0980377944
27/11/2025
Midiyaa Keenya Kanneeniin Nu Hordoofuu dandeessu.
Dhaabbata Leenjii Qabiinsa Manaa Waadaatti Yeroo Siree Afuu Shaakalan .
22/11/2025
12/10/2025
👀Oduu Gammachiisaa
Dhaabbata leenjii fi madaallii gahumsa ogummaa(coc)doomestic workii imala biyya alaa Waadaa (Wada domestic work training center) hundeessuudhaan, magaalaa Ambootti namoota gara biyya alaa imaluu barbaadaniif,meeshaalee leenjiif barbaachisan hunda guuttatee,leenjii gocharratti hundaa'e,barsiisota gahumsa olaanaa qabaniin barattoota isaatiif kennuu irratti argama.isinis carraa kanatti fayyadamtanii galmaa'uu akka dandeessan waamicha isiniif goona.
Leenjiin kennamu;
*Afaan arabiffaaf Ingliffaa barsiisuu
*Nyaata bilcheessuu
*Daa'ima kunuunsuu
*Qulqullina manaa eeguu
*Uffata qulqulleessuu
*Qabiinsa maallaqaa
*Uffata sirreessuu(tokkosuu)
*Tajaajila gorsaa
*Naamusa ga'aa akka qabaatan gochuudha.
Namoota bakka biraa irraa dhufanii,iddoo bultii hin qabneefillee,dhaabbatni keenya iddoo bultii kan mijeessu ta'a.
👉Teessoon keenya: Magaalaa Amboo Daandii Yuunivarsiitii Riifti Vaaliidha gara Safara Addis Katamaa geessu Mana barumsaa Liibaan irraa 200m fagaatee argama.
👀HUB:- Yeroo gabaabaa keessatti Ragaa Keessaan isiniif goosisa.
Odeeffannoo dabalataaf lakk bilbilaa armaan gadii irratti bilbiluu ni dandeessu. 0980422144/0980377944
20/09/2025
Wada DWTC 🏠