13/01/2021
Our hospital has conducted a 6month BSC based plan 2013 E.C. performance in Academic, Clinical service and administration wings with Senior Management Team, Academic Commission and team leaders! The areas of good and under performance have been identified and directions were given on the identified areas of under performance !Hospitaalli keenya raawwii karoora ji'aa bara 2013 gama barnootaa, tajaajila yaaluu fi bulchiinsaan bakka miseensonni komishiina barnootaa kolleejjii, bulchiinsi olaanaa hospitaala fi dursitootni garee argamanitti gaggeesseera! Bakkeewwan raawwii gaarii qabaniifi raawwii gad-aanaa qaban gama hundaan kan adda ba'an yoo ta'u, bakkeewwan fi kutaawwan raawwii gad-aanaa agarsiisan kallattiin foyya'insaa qaama bulchiinsa olaanaan itti kennameera!
06/01/2021
Our hospital wishes all Christians a happy Christmas !Hospitaalli keenya baga nagaan guyyaa dhaloota gooftaa Iyyasuus kiristoosin isin ga'e jedha! Ayyaanichis kan gammachuu akka isiniif ta'u hawwaa ayyaana kana of eeggannoo barbaachisaa ittisa vaayirasii Koronaa(COVID19 ) gochaa maatii keessan waliin akka dabarsitan isin hubachiifna! Merry Christmas !!!
01/12/2020
Namoota guyyaa galmee qacarrii nu gaafachaa jirtaniif!
Galmmeen qacarrii ogeessota hospitaalaa Kan eegalame ta'uusaa fi hanga gaafa 01/04/2013 tti kan itti fufu ta'uusaa kabajaan isin beeksifna. Dabalataan guyyaa qormaataa akka galmeen dhumeen kan isin beeksifnu ta'uusaa isin hubachiifna.
Ambo University Referral Hospital
Ambo University Referral Hospital was established in 2016 with mission of providing cost effective disease preventive, curative and rehabilitative care
27/11/2020
Available Vacancies hospital
03/11/2020
Those interested can apply for vacancies at our University Hospital and College
04/10/2020
Our hospital Disaster assistant Medical team(DMAT) participated in ORHB DMAT on Irrecha Festival in collaboration with Federal DMAT to protect our people! Gareen gargaarsa balaa tasaa hospitaala keenyaa Garee Gargaarsa balaa tasaa BEFO irratti garee Gargaarsaa balaa tasaa Feederaalaa waliin ta'uun lubbuu hawaasa keenyaa baraaruuf kabaja Irreecha bara 2013(2020) hirmaatan! kabajni irreechaas nagaayaan xumurame!