Kumaol Bekele

Kumaol Bekele Obsan obsaa argatu. jireenyi dhufaan Yesus qofa.

23/04/2026

Wanti bara kana namoota balleesse nyaataaf dhugaatidha.
Seexanni kanuma fayyadameetu Waaqayyo irraa nama fageessa.

14/03/2026

🌱Ani si dura adeemee
isa ol ka'e hundumaa
gad nan deebisa,🌱
Isa 45:2

06/02/2026
28/01/2026

Gurri kee aaga haa dhagahu;
Ati eebbifamteeta.❤️

28/01/2026

Badi siin hin jedhu abbaan kee Yesus haala akkam keessattu🥰

Homaa hin dhabu Si qaba homaa hin dhabu...✨
18/01/2026

Homaa hin dhabu
Si qaba homaa hin dhabu...✨

18/01/2026

I got over 100 reactions on my posts last week! Thanks everyone for your support! 🎉

03/12/2025

🌱 Gammadi miila koo
hin dhaabatu karaa ☘️
🌱Waaqni inni si waame
cabseera danqaraa☘️

30/11/2025

👉boqonnaa sammuu argachuu yoo barbaadde tola nama gargaari😃

Address

Ok, Be Good
Ambo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kumaol Bekele posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category