Senayas college page

Senayas college page Wa'ee barnootta

             BAGA GAMMADAAN.Kolleejjin keessan kolleejjin seenayas yeroo waaqxii gannaa kanati nama kamiiniyyuu kan ilaa...
16/07/2022


BAGA GAMMADAAN.

Kolleejjin keessan kolleejjin seenayas yeroo waaqxii gannaa kanati nama kamiiniyyuu kan ilaallatu barumsaa AFAAN ENGLISH FI COMPUTER 🖥️ ji'oota sadii gidduutti beekuumsa gahaa gonfaachiise waraqaa ragaa kennuuf qophii xumuree jiraa. Ammuma irraa kaasaa galma'a.

Bakki galmee---------- Senayas college gamoo Hacalu irraa
Oddeffano dabataaf--------- +251977663333
----------+251913936555
HORAA BULAA!

06/05/2022

FiB: (April 25. 2022) Finfinnee

Ministeerri Barnootaa ramaddii barattoota qormaata seensa Yuunivarsiitii bara 2013 fudhatanii Yuunivarsiitii mootummaaf qabxii darbiinsaa fidan ifoomse.

Haaluma kanaan barattoonni guyyaa har’a irraa eegalee gama marsaritii https://result.ethernet.edu.et , ergaa gabaabaa 9444 akkasumas 'Telegram' ramaddii isaanii ilaallachuu kan danda’an ta’uu ministeerichi beeksiseera.

Barattoonni ramaddii waliin walqabatee gaaffii qaban kamiyyuu gama marsaritii https://complaint.ethernet.edu.et dhiyeeffachuu kan danda’an ta’uus ibsameera.

Yuunivarsiitiiwwan hanga Ebla 24/2014tti qophii barbaachisu xumuruun sagantaa simannaa barattoota haaraa kan taasisan waan ta’eef barattoonni gamanumaan qophii akka taasisan dhaamameera.

Qabxii seensaa kanaan dura ibsamee fi naannolee Oromiyaa, Amaaraa, Affaarii fi Beenishaangul Gumuzitti barattoonni dabalataaf rammaddiin kennamuu murtoon darbuun isaa kan yaadatamuudha.

Odeeffannoo Wayitaawoo kanbiroo argachuuf:-
Telegram https://t.me/FiBTVOromoo
youtubehttps://www.youtube.com/channel/UCRJjx1BbNU28Y1Dappe3ilA
Twitter https://twitter.com/FibTelevision
'Follow', 'Subscribe' Gochuun Nu hordofaa.

17/12/2021

Barnoota qulqullina qabuuf beekumsa gahaa gonfaachuuf filannoon keessan Ha ta'u.
:kolleejjiin keenyaa barattootaaf barumsaa isaanii isa idiileen alattii gasa barnoottaa adda addaa kennaaf isaan keessa barnootaa skill fi yeroo dhihoo keessatti immoo system kan jedhus bilsaan baratoota isaa hundaaf kenna jira.
Isiins kottaa baradhaa dhaloota waan gaarii fi seenaa hojjeettu taha.ofiifis ijoollee keessaniifis kolleejjin kun kennaa guddaadha itti fayyadamaa.
: Bakki argama keenya magaala Amboo
Odef dab-----0935680775
Horaa bulaa..........

Barattootta college seenaayas.
25/10/2021

Barattootta college seenaayas.

Address

60km
Ambo

Telephone

+251918352325

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Senayas college page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category