27/12/2025
Dhugumamoo garuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Ati yeroo nama tuffattu ati mataan kee nama ta'uu kee hin dagatiin🤏👌
27/12/2025
Dhugumamoo garuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
13/12/2025
Tiktokerota qabaa jiru jedhan.Ani of sodaachaan Jira akka famous tokkootti 🥱🥱☺️😔😁😁😄
15/11/2025
゚viralシfypシ゚viralシalシOsoo beekanii callisuun kaayyoofi malee wallaalummaa miti.liqimsi💊👈
01/02/2025
Nagaan boqodhu maalan siif godharee Abbuu koo😭 garraamii koo maal, jennaree haa, ta'u kaa tolee Waaqa komatuuree kan inni jedhe diduuree😭 nagaatti😥😭
SUMA KAN DUBBISAA JIRU/TU
KANATU LAFA YAADE GAHA✅
kan kee kana booda ol malee gadi Miti🥰✅🥰
❤
HALKAN KUN, HALKAN XUMURA
YAADDOO KEETII SIIF YAA TA'U.❤🥰❤
22/01/2025
Ameeen❤✅❤🥰
BADUU KEE EEGUU??
✅JIRAACHUU KEE ARGU🥰
SALPHINA KEE EEGUU??
✅ULFINA KEE ARGU🥰
KALEESSA TUFFATAMAA TURTEE?
✅har'a furmataaf barbaadamta🥰🥰 𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚
DEEMII GALMA YAADDE GAHI.
AKKA TASAA MILKAHI.
AMMA YAADDE CAALA
ARGADHU.🥰❤🥰