Rehoboth Ethio-American English School

Rehoboth Ethio-American English School Building Transformational Generation!

Baga Bacaqii Gannaatii Booqaa Birraa Geessan!Koolleejjiin Abbaa Seenaa Bara barnootaa 2017 Galmeen jalqabeera! Bara Barn...
27/09/2024

Baga Bacaqii Gannaatii Booqaa Birraa Geessan!
Koolleejjiin Abbaa Seenaa Bara barnootaa 2017 Galmeen jalqabeera!
Bara Barnoota Gaarii!

18/10/2023

Koolleejjiin Abbaa Seenaa Qophii adda ta'e qabatee bara barnoota 2016tti as ba'ee jira.
Kanaaf Koolleejjii Abbaa Seenaa bakka Filannoo keessan Godhadha!
Gatiin madaalawaa; Bakki mijaawaa; Qulqullina Barnootaaf dursa ni kennina. Wiirtuu MGO ta'uun tajaajila Saffisaa akka argattan isin taasisa.
Hubachiisa: Dabalataan Addatti Barattoota koolleejjii Abbaa Seena ta'an hundaaf dandeetti isaanii cimsuuf 'Spoken English' fi 'English Grammar' tolaan hanga sadarkaa 'Intermediate' tti nikennama.
Galmeen Eegalameera!
'Abba Sena Universal College'! filannoo keessan waan Godhattaniif Baayyee Galatooma!
Bara Barnoota Gaarii!

27/09/2023

Baga Ayyaana Masqalaatiin isin Ga'e!
Ayyaana Gaarii!

26/09/2023

Baga Gammaddan!
Koolleejjiin Yuuniversaalii Abbaa Seenaa Beekkamtii guutuu argateen Sadarkaa Dippiloomaa fi Digiriitiin Galmee Haaraa Bara Barnootaa 2016 eegalee jira,

02/10/2022

Baga Nagaan Ayyana Irreechaa Bara 2015 Ofkaltan! Barri Bara Quufaa Haatau! Ayyaana Gaarii!

Read it; follow and share the page!
22/09/2022

Read it; follow and share the page!

Barattoota Afaan Ingliffaa 'Spoken English' Barachuu Barbaaddan Hundaaf:----------Oduu Gammachiisa, Bara barnoota 2015f ...
15/09/2022

Barattoota Afaan Ingliffaa 'Spoken English' Barachuu Barbaaddan Hundaaf:-
---------
Oduu Gammachiisa, Bara barnoota 2015f barattootni kutaa 5 hanga 12 akkasumas barattootni Kooleejjii fi Yuuniversitii barnoota Afaan Ingiliffaa 'Spoken English' barachuuf kootta Galmaa'an afferamtaniitu! Barattoota Hundumaaf Haala Yeroo Barnoota Shiiftiidhaan ni mijeessina!
----------------------------
Good News to Applicants for 2015 E.C Academic Year to Study Spoken English! New Registration is Open! Come and Join!

15/09/2022

Congratulations! Good News to New Applicants for 2015 E.C Academic Year! The Registration is Going On! Come and Join!

15/09/2022

Registration is open'

10/09/2022

Address

Oromia
Ambo
0954332525

Telephone

+251954332525

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Rehoboth Ethio-American English School posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Rehoboth Ethio-American English School:

Shortcuts

Share

Category