Xiinxala sirboota weellisaa Leencoo Guddinaa: ( Sin baasu, Sin mararuu, na komattaaree ).
Hamma danda'ametti sirboota Leencoo sadeen walaloofi qindoomina ergaa isaa walumaan haa ilaallu.
Leencoon weellisaa yeroo dhiyoo ija ummata isaatitti bahe ta'ullee, amalli hojii isaa amaloota warra ummata keessa jaaranii qaba. Kunis tattaaffii Leencoon warra aartii keessa turan wajjin taasisaa jiru kan agarsiisu yoo ta'u, Leencoon leenca sagaleen kiiloleeti. Leencoon sirboota sadeen kana keessatti ergaa akkamii dabarsaa ture? Hojiileen kuni hidhata jiruufi jireenya sabichaa qabaa? Muuziqaan hoo jiruufi jireenya sabaa keessaa ni bahaa? ... kanaafi kan kana fakkaatan bo'oowwan walaloo sirbichaa kukkunnee ergaa isaanii akka armaan gadiitti qindeessee kaa'een jira.
Dubbisa gaarii ....!
1. Sin baasu
__________________
Nuti Oromoon akka sabaatti raagatti ni amanna. Waan sichi si eeggatu Oromoon siif raaga malee ragaa sobaa sitti hin bahu. Jaalalli ammoo humna guddaa Addunyaa kanaati. Keessatti horteen Kuush ilmoo jaalalli dhalchee muude fakkaatti. Achi keessaa Oromoon muuxatee gadi bahe. Hamma kana marfachuun hojiilee ilma Oromoo; kan hortee warra Kuush ( gurraachaa ) kana irraa waa jechuufi.
Leencoon dhalatee ka'ee akka qaama wayii faana jiraachaa ture 'atakaroon' sirba "Sin baasu" jedhuu, hiree jiruu dhalli namaa keessa darbee jiraatu kan argarsiisudha. Waliin jireenyi waan hedduu akka qabu 'hierarchy' sirba Leencoo irraa ni hubatama.
Uumamni marti waliin jireenya keessatti jaalatee wal ni jibba; jibbees wal ni jaalata. Haata'u garuu, Oromoon saba jibba hin feene; gola jaalalaati. Leencoonis Oromoo waan ta'eef, sansaka kana keessaa bahuu dadhabe.
Walaloon sirba "Sin baasu" jedhuu kan asiin gadii yoo ta'u, jalqabbiin isaa dhugaa dhugaan dhiibe. Dhugaan akkamitti dhugaa dhiiba? Dhugaan tokkichuma yaadni jedhu qabee gadi na dhiisuu didnaanin, bo'oo walaloo itti aanu ergichaan utubuuf bira dhaqe. Ammas dhugaan dhiibamee bubbullaan dhara akka ta'etti dhaqnaan kabee bira kute. W
Biraroo
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Biraroo, College & University, Ambo.
“Some people don't have money,but they have big heart.”
Durba durbummaan qabne
Milishaa ta'uu qofatu irraa bareeda🤗
Fayya baratte tokko dhufe ati
Hojjeta fayyati gaafa sin jedhu
Lakki Milishaa gandaati
Dhala Xarmuuzi 😄
14/05/2022
Want your school to be the top-listed School/college in Ambo?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Ambo