Barumsa Afaan Oromoo

Barumsa Afaan Oromoo Seerluga Afaan Oromoo eeganii barreessuun guddina Afaan Oromoof gahee guddaa qaba.

10/05/2025

Afaan Oromoo dubbisuu fi barreessuu haalaan ni barsiisna! Kanaaf, namoonni barachuu barbaaddan koottaa baradhaa!Barumsa Afaan Oromoo+251920598263https://t....

04/04/2025

Dogoggorri qubee tokko hiika jechaa guutummaa guutuutti jijjiira. Hima keessattis hiikni jecha tokkoo waan jechuu barbaadame irraa jijjiiramnaan himni sun guutummaatti hiika dhaba ykn ergaan isaa ni jijjiirama.
Kanaafuu, dogoggora qubee akka hin uumne koottaa nu biratti baradhaa Afaan Oromoo sirnaan dubbisuu fi barreessuu baraa!
Oromoon Gadaan bula.
Gadaan quufaa gabbina.

Address

Ambo
AMBU(19)

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Barumsa Afaan Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Barumsa Afaan Oromoo:

Shortcuts

Share