Ambo Ifa Boru Boarding School Students

Ambo Ifa Boru Boarding School Students Ifa Boru Boarding School is one of the best Schools in Ethiopia.

๐ŸŽ“ Fully Funded Scholarship in Poland without IELTS ๐ŸŒ Location: ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ฑ Poland๐ŸŽ“ Level: PhD, Master's, Bachelor's, Short Course...
15/04/2026

๐ŸŽ“ Fully Funded Scholarship in Poland without IELTS

๐ŸŒ Location: ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ฑ Poland
๐ŸŽ“ Level: PhD, Master's, Bachelor's, Short Course
๐Ÿ’ฐ Funding: Fully Funded
โฐ Deadline: Not specified

Poland provides a pathway to top-tier European education without the need for IELTS by accepting English proficiency letters. Candidates across all degree levels can benefit from a high-standard academic environment and full financial support.

๐Ÿ‘‰ Full tuition fee coverage and monthly living stipends.
๐Ÿ‘‰ Access to English-taught programs at well-ranked universities.
๐Ÿ‘‰ Flexible admission through alternative English proficiency certificates.

https://scholarshipbridge.me/2025/12/19/study-in-poland-without-ielts-scholarship-2026/

Study in Poland without IELTS in 2026 with fully funded scholarships for undergraduate, masterโ€™s, and PhD programs at top Polish universities.

Hordoftoonni amantaa Kiristaanaa marti baga Ayyaana Faasikaa geessan!
12/04/2026

Hordoftoonni amantaa Kiristaanaa marti baga Ayyaana Faasikaa geessan!

Guyyaan barattoonni MBBA Ifa Boruu Amboo gara mooraatti deebi'an ifoomee jira.
23/09/2025

Guyyaan barattoonni MBBA Ifa Boruu Amboo gara mooraatti deebi'an ifoomee jira.

Dhimma cost share ilaalchisee xalayaa kana ilaaluu dandeessu.
22/09/2025

Dhimma cost share ilaalchisee xalayaa kana ilaaluu dandeessu.

Anaa Dhufu!Guyyaa simannaa bara 20181. Barattoota idilee (kutaa 10 hanga 12) gaafa 20 fi 21/01/2018.2. Barattoota haaraa...
22/09/2025

Anaa Dhufu!

Guyyaa simannaa bara 2018

1. Barattoota idilee (kutaa 10 hanga 12) gaafa 20 fi 21/01/2018.

2. Barattoota haaraa (kutaa 9ffaa) gaafa 22 fi 23/01/2018.

"Cost share" qarshii 4000 (Kuma afur) lakkoofsa Herregaa CBO 1037600115981 irratti galii gochuu qabdu.

Odeeffannoo guutuu barreeffamaan isiniif maxxansina.

Nagaa kottaa!

Kana beektuu laata?Barataan Kun Dajanee Leellisaa Magarsaa jedhama. Bara kana Mana barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sada...
19/09/2025

Kana beektuu laata?

Barataan Kun Dajanee Leellisaa Magarsaa jedhama. Bara kana Mana barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa Ambootti qormaata biyyoolessaan qabxii 553/600 fide. Barataa dandeettii addaa qabudha.

Hiree ta'ee maatiin isaa harka qalleeyyiidha. Bara 2014 yeroo mana barnootaa bultii addaa galmeef dhufu maatiin waan hin dandeenyeef uffata halkanii osoo hin bitatiin dhufe. Kanaafuu, abbaan isaa, "Hoodhu! Kanuman qabaa kanuma uffadhuu rafi," jedhanii gaabii isaanii ofirraa fuudhanii kennaniifii galan. Booda barattoonni qarshii walitti qabuun baanaa (uffata halkanii) bitaniif gaabii abbaa isaatii deebisaniif. Achiin booda hawaasni mana barnootaa marti Dajuu deggeruun barsiisnee qabxii kana fichisiifnee jirra. Amma Yuunvarsiitii deemaa akkam goona?

Korommiin ilmaan Oromoodhaa eessa jirtu? Dajanee Leellisaa Magarsaa bira dhaabbattanii hin barsiifattanii bor innuu namaaf ga'aa!

Lakkoofsa CBE Dajanee Leellisaa Magarsaa: 1000447122565

Lakkoofsa bilbilaa Dajanee Leellisaa Magarsaa: 0940238404

Address

Ambo

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Telephone

+251900000000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ambo Ifa Boru Boarding School Students posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category