Bakka deemtu beeknaan, gufuun daandiirraa si hin dhaabu; milkaa'inni abdii kutachuu dhiisuu keessa jira."
Tamee Kabbadaa
Adaraa namas adaraa waaqas hin nyaatin
⛔️ Sobi yeroof namatti tolullee, dhugaan garuu bara baraan nama dhaabdi.
28/10/2025
hunduma balbala Uumaan siif bane ilaali malee foddaa namoonni cufani hin ilaalin.
06/01/2025
Merry Christmas 🎄 ❤️ 🎄
Anaf jette wanti ati taane maaltu jira Yesuus koo
17/04/2024
😘🥰😍
Si _mitiire
Warri waaqayyoon hin sodaane fi beekne gocha fi hojii isaaniin beekamuu
05/12/2022
Inni nyaatee bare lafee abbootakoo
harkaa saamee fixee hiyyoomsee sabakoo
obsa isaanii fixee lammii hedduu
in dandeessaa nurraa kaasi
inni humna nu caale si diduu.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Ambo