Mule Hailu Negawo

Mule Hailu Negawo

Share

Hardware&Network Technician

02/03/2026

‼️dandeetti kee kan agaarsisuu qabdu warra si dinqisifatanitti osoo hin taane warra si tuffataniitti ta'uu qaba.⁉️

21/12/2025

✅️Namni barate si yaa ajjeesu!‼️🙏

Artist Yoosan waan dubbatuuf Eessatti maal akka dubbatu beeku tahuun irraa hubadhe dhugumatti cimina isaa jechoota afaan isaa keessaa bahaniin hubatta.

Dhuma irrattis afgaaffii Margaa Show irratti taasiseen Yoosan dhaamsa lama dhaammatee xumureera.

👉🏻1ffaa Galaalchessitootni namoota nama arrabsaa oolan safuu Oromoo hin beekne galii YouTube irraa argattaniif jecha hin dhiyyeessinaa akkasumallee yeroo gaafattanis Ogummaa isaa qofaan gaafadhaa kan jedhudha. Kana jechuun nama dhalootni waa irraa baratu malee kan nama hamatu ykn arrabsu kan hubannoo hin qabne beekamaa osoo hin taane beekaa fi hayyuu dhiyyeessaa jechuu isaati🙏

👉🏻2ffaa Namootni nama arrabsan Miidiyaa Hawaasaa irratti warra guddisa hin tolle warra Maatiin isaanii isaan hin guddisne duubeen isaanii illee warra Seenaa bareedaa hin qabne warra Naannoo itti dhalatanitti hin jaallatamne safuu hin beekne ceera warra tahan jedheera.

Dhuguma Warri nama arrabsu warra sammuun xiqqoo mana barnootaa keessa darban malee barnootni keessa hin darbinedha.

Namni barnoota qabu nama qeeqa malee nama hin arrabsu Qeeqni immoo utubaadha
Margaa Angaasuu Amanaa 👌👌👌🙏🙏
Yosan Getahun💪🏼💪🏼💪🏼🙏🙏

08/11/2025
Want your school to be the top-listed School/college in Ambo?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Ambo