29/09/2022
Baga Ayyaana Irreechaan Isin Gahe!
irreechi Mallattoo Eenyummaa ,Tokkummaa fi Irree ummata Oromooti!
Koollejjii Giloobaalii!!
Ambo
29/09/2022
Baga Ayyaana Irreechaan Isin Gahe!
irreechi Mallattoo Eenyummaa ,Tokkummaa fi Irree ummata Oromooti!
Koollejjii Giloobaalii!!
27/09/2022
Waan Hundumaa dursa waaqayyoon Guddaa Galateeffanna.
Itti aansuun Barattoota keenya!
Dhuma irratti Maatii barattoota keenyaa waan yeroo rakkinaa kana keessatti nu faana dhaabattaniif galata guddaa nu biraa qabdu!
Page keenya Share gochuun nu waliin dhaabadhaa!
Galatoomaa
23/07/2022
23/07/2022
Qormaata akka bokkaatti roobe injifannee Guyyaa har'aa kana ga'uun injifannoo Guddaadha baga gammaddan!
Baga gammanne Barattootaa fi maatii Barattootaa Giloobaalii Hunduu!!
Hin sodaannu Mo'ichi keenya
G 🤣 L W 😅 W
L CO L I A
O 🤩 E 😁 N Y
A G N
L E. E
R
S
02/06/2022
Maaltu ta'e barattoota keenýa please?
Global is a winner🙂
27/05/2022
Kabajamoo fi jaallatamoo barattoota keenya pagen armaan gaditti baname kun kan mana barumsaa keenya hin ilaallannee fi beekamtii keenyaan ala ta'uu isin beeksisna.
Kanaaf page kana search gochuun xiyya armaan gadii irra kaa'amee jiru hordofuun cufsiisaa!
Hubachiisa!
Pagen Global college isa kana waan ta'eef karaa biraa akka hin hordofnee fi warra oduu sobaa funaanan irraa Akka of qusattan isin beeksifna.
Koollejjii Giloobaalii irraa!
Guyyaa kamisaa ( bor) barumsi jira