Bariisoo Waabee

Bariisoo Waabee

Share

Never give up!

17/08/2025

Dhaangaa darbuu Gara jabummaa amma geggeeffama jiru yoo ilaaltu of-jibbita maalumaafan dhaladhee si jechisiisa.
Maqaa waraana bilisummaa da'oo godhachuun sirna ummata Oromoo dararuu kana dura dhabbachuun barbaachisadha.

Waraanni kaayyoo ijaarameef irraa maquun kaayyoo mana ba'eef dura yeroo dhabbatu erga arguu jalqabnee bubbullee jirra sana amma iddootti deebisuuf. ummanni Gamtoominaan dhabbachuun barbaachisaadha.

Qamni Oromoof gammoojjii somaliyaa hanga gammoojjii sudaani akkasumas Ertiraa keessa lubbuu isaa aarsaa godhe qabsa'aa ture yeroo daandii irra maqee dhiiga ilmaan nagaa gafaa dhangalaasuu caala kan nama saalfachiisuu hin jiru. Kun ammoo kaayyoo dagachuu irra maddaa.

Kaayyoo Ganamaa sanatti deebi'uun barbaachisaa natti fakkaata.

14/08/2025

Namoonni of dhabanii jiran hedduutu jiru!

02/12/2023

Midhaan uummata ciranii balleessuun WBO ciranii balleessuu miti. Waraana bilisummaa Oromoo balleessuuf uummata dararuun seenaa keessattis ta'e seera keessatti nama gaafachiisa gaafa seerri biyyattii qamaa seera kabachiisuu horatteef!

25/11/2023

Rookkeetti amma galgala kana karaa hoolota dabarsee jira waraanni bilisummaa Oromoo akka of eeggannoo gootan akka hordoftan isiniin jechuun barbaada. Share waliif godhaa!

17/10/2022

Waraanni Bilisummaa oromoo iddoo kaleessa irra hin jiru.

Oromoo akka saba gaanfa Afrikaatti guddaa ta'ee osoo jiru rakkoo saboonni biroo uumaanin qofa osoo hin taane iciitii dhuunfa isaa diinaaf dabrsee kennuun qabsoon oromoo galma barbaadu akka hin geenyee sababa gudda ta'ee ture.

Harra garuu Arsaa gudda dhaloonni qubee taasiisaa turee fi taasisaa jiruun galmii oromoo gara karra tokkotti deebi'ee diinaa ummata oromoo cunqursuuf halkanii guyyaa karooraafi tarsimoo nurratti baasaa hooluu injifachaa qabsoon oromoo yeroof lamsha'ee ture toora sirrii fi isaa barbaadama sanatti deebi'ee jira.

Kanaaf immoo sababa guddaa fi hojii gudddaa waraanni bilisummaa oromoo yeroo ammaa kana keessatti dalagaa jiru waan amma dubbatamaa jiru kana ol-ta'uu isaa fira mitii diinnni oromoo sirritti beeka.

Ammaa hojiin waraana bilisummaa oromoos ta'ee ummata oromoof hafu yoo jiraate yeroo humna isaa sassabee xiyyeeffannoodhan qabsootti guduunfaa godhu irra gahee jira.

Haa ta'u malee wantii hubatamuu qabuu gaafa lolaa deemtuu madaa'uu ,rakkachuun ,beela'uun ,manni kee gubachuun,lubbuu kee dhabuus akka dandeessu of amansiiftee waraanaa bilisummaa oromoo kan qabsoo hin nufinee fi kan rakkoo fi humni kamiyyuu isaa dangessuu hin dandeenye kana bukkkee dhaabatte galma kee isaa dhugaaf barbaadduu waan kan kee ta'e sana fudhachuuf qophii ta'uun barbaachisadha.

Dhuma irratti waraanni bilisummaa oromoos ummata lubbuu fi qabeenya isaa isaaf kennee waan qabuu fi dandeetti qabu hundaan si bukkee dhaabatuu kanaaf wabii ta'uu kee hattootaafi saamtoota maqaa keetiin gandaa keessa deemtee ummata darartuu irratti tarkaanfii barbaachisuu kamuu fudhatte wabii ummata keetti ta'uu akka qabdun jechuu barbaadha.
BIYYA INJIFANNOON UUMMATA CUNQURFAMAA HUNDAAF HAA TA'U.

30/06/2022

.. !!

Waraana gidduu kana Marshaal Biraanuu Juulaa "የመጨረሻ ዘመቻ" jedhee Humna Harcaatuu walitti guuree gara Lixa Oromiyaatti ergaa jiruun wal qabatee Odeessi murteessaa ta'e nu gaheera.
✍️Ergamni Waraanichaa kallattii afuriin(4) seenanii WBO gidduutti galchuun bahaaf galma dhowwatanii barbadeessuu kan jedhuudha.
Imala isaaniis "Targets"= (T1,T2,T3,T4) jechuun bifa dhoksaa ta'een wixinaniiru!

:-Waraana Jeneraal Solomoon Ittafaan hoggaanamu yoo ta'u kallattiidhaan daandii Finfinnee-Wallaggaa qabatee WBO Lixa Shaggar jiru irraa jalqabee haxaawaa deema jedhame. Haxaawuumoo haxaawamuuf laata ka jedhu WBOf dhiisaa darbaa!

:-Koomaandoo(Special Force) Jeneraal Shuumaa Abdataan Hoggaanamu yoo ta'u qaxxaamuree karaa Asoosaa loo'ee WBO Wallaggaa Lixaa achii-as waraanuuf kan ergameedha. Gareen kun ammaan tana Asoosaa gaheera ka jedhu odeeffanneerra!

:-Tuuta Humna waloo RIB fi Poolisii Federaalaa fi HAO yoo ta'u irraa gara 'aatti maquun haga Hidha Nasheetti kan fulla'uudha. Horroo Guduruu irratti xiyyeeffatee kan socho'uudha!

:-Tuuta Humna waloo RIB, Humna Addaa Amaaraa fi Milishaa Amaaraa yoo ta'u, daandii Buree-Wallaggaa qabatee socho'a jedhamee jira. WBO Wallaggaa Bahaa irratti xiyyeeffata!

Kanaaf Hoggaansi dubbicha sakatta'ee fala waaraa ni dhaha!
Asirratti Uummata dammaqsanii of duuba hiriirsuun dirqama!!

Haa Waaru. Share godhaa❗️

22/06/2022

We believe that the OLF will never kill a civilian! before this, even when he captured the forces in battle, he respectfully took them to their rightful places and tried to wound them. Today's campaign is an act to use the government for the declared war on the Oromo and Oromia. what the people and the government need to know is that the struggle now by the Oromo and the struggle of the OLF is not to turn the Oromo back but to lead the Oromo to the edge of their freedom!

Want your school to be the top-listed School/college in Ambo?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Ambo
E.L