Tolasaa Ayyaanaa Roorroo

Tolasaa Ayyaanaa Roorroo Humanity are first respect

Faarfata gameessa dhugaan galeef.
24/06/2025

Faarfata gameessa dhugaan galeef.

Bona yoona kana yeroo yaadattu
20/04/2024

Bona yoona kana yeroo yaadattu

15/03/2024
Hawwii koo fulduraati.
31/10/2023

Hawwii koo fulduraati.

10/09/2023

“Namni qajeelaan na rukutuun anaaf gaarii dha, na ifachuun isaas akka dibata mataa kootii ti; mataan koos kanaan dibamuu hin didu; hojii warra hamaa godhanii irratti garuu, ani amma iyyuu kadhachuu hin dhiisu.”
— Far. 141:5

10/09/2023

Warri jedheef hinjedhu, ani waanan jedhu qaba
Garaakoo gadi qabeen mataakoo ol utuba
Jaamaa duuba hin adeemu utuun qabuu barsiisaa
Barri yoo dukkanaa’es karaa na agarsiisa.

….Barsiisaa karaa barabaraa…

31/08/2023

Guyyaa/ 24/12/2015
BEEKSISA
Barattoota Kutaa 9ffaa Bara 2016 Mana Barumsaa Addaa Yuunivarsiitii Ambootti Barachuuf fedhii Qabdan Hundaaf
Akkuma beekamu Yuunivarsiitiin Amboo barattoota ciccimoo gara kutaa 9ffaa tti darban simatee kan barsiisu yoo ta’u, barattootni bara 2015 qormusa naannoo fudhattanii kanneen ulaagaalee armaan gadiitti tarreeffame guuttan akka galmooftan isin beeksisna. Haaluma kanaan barataa/tuun tokko galmeedhaaf ulaagaan inni/isheen guutuu qabu/du;
Qorumsa naannoo bara 2015 kan qorame/tte qofa ta’uu qaba/di
Qabxii giddu galeessaa qorumsa naannoo (Average) Dhiiraaf 78% fi isaa ol, Dubaraaf 73% fi isaa ol kan galmeessan
Qabxiin tiraanskiriptii kutaa 7-8 kan gosa barnoota A/Ingiliffaa, Herreegaa fi A/Oromoo kophaatti shallagamee giddu galeessaan Dhiiraaf 75% fi isaa ol akkasumas Dubaraaf 70% fi isaa ol ta’uu qaba.
Firii tiraanskiriptii barnoota hundaa kutaa 7-8 giddu galeessaa(Avarerage) Dhiiraaf 75% fi isaa ol akkasumas Dubaraaf 70% fi isaa ta’uu qaba.
Barattoonni ulaagaa hunda guutanii darbanii m/b kanatti baratan kamiyyuu gatii galmee waggaatti Qarshii 1000 (kuma tokko) qofa kanfaluuf fedhii kan qabu.
Ulfaatina qabxii filannoo barattootaaf keennaman
Firii qorumsa naannoo- 15%
Tiraaniskriptii- 5%
Qorumsa seensaa- 80%
Bakki galmee;
Wajjira Barnoota Aanaa keessanii yookaan Waj/Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Amboo
Guyyaan galmee gaafa 29/12/2015 hanga 02/13/2015 tti qofa
Guyyaa fi bakka qorumsi seensa kun itti kennamu beeksisaa biroon kan beeksisnu ta’a.

Address

Ambo

Telephone

+251917284506

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tolasaa Ayyaanaa Roorroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Tolasaa Ayyaanaa Roorroo:

Shortcuts

Share

Category