Yoo jiraannes yoo duunes
Yoo rakkannes yoo argannes
Nuyi kan Kiristoosi!
Hika Chimdessa
Wisdom is come through the experience of trial mistake!
10/09/2025
“Yesus immoo, "Lakkisaa mucoolii dhiisaa, gara koo dhufuu isaan hin dhowwinaa! Mootummaan waaqaa warra akkasiitiif in ta'a" jedhe.”
— Mat. 19:14
19/08/2025
Efe. 5
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²² Haati manaa akkuma gooftaa Yesusiif abboomamtu abbaa manaa isheetiifis haa abboomamtu!
²³ Kristos mataa waldaa kristiyaanaa akkuma ta'e, abbaan manaas mataa haadha manaa ti; Kristos fayyisaa waldaa kristiyaanaa ti; waldaan immoo dhagna isaa ti.
²⁴ Waldaan kristiyaanaa harka Kristos jala akkuma of galchitu, haati manaas waan hundumaatti harka abbaa manaa isheetii jala of haa galchitu.
²⁵ Kristos akkuma waldaa kristiyaanaa jaallate, waldaadhaafis dabarsee of kenne, akkasuma abbaan manaas haadha manaa isaa haa jaallatu!
“Waaqayyo wanta hundumaa karaa isaa ofitti araarse; dhiiga Kristos isa fannoo irratti dhangala'eenis lafa irratti, waaqa irratti nagaa buuseera.”
— Qol. 1:20
25/09/2024
“"Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti!”
— Yoh. 3:16
25/08/2024
“Karaa kee na barsiisi, yaa Waaqayyo! Sababii warri adeemsa koo caqasan jiraniif, ati daandii qajeelaa irra na geggeessi!”
— Far. 27:11
20/08/2024
“Uumamni hundinuu, mul'achuu ijoollee Waaqayyoo dhimmanii eeggachaa jiru.”
— Rom. 8:19
21/05/2024
“Inni isiniif waan yaaduuf, yaaddoo keessan hundumaa Waaqayyotti gataatii dhiisaa!”
— 1Phe. 5:7
28/04/2024
“Dubbiin Waaqayyoo jiraataa dha, humna hojjetus of keessaa qaba, billaa gar lamaan qarame caalaa qara qaba; inni lubbuu fi hafuura, buusaa fi dhuka gargar in baasa, yaadaa fi akeeka garaa namaas qoree faraduudhaaf in danda'a,”
— Ibr. 4:12
14/04/2024
Mat. 18
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Yeroo sanatti bartoonni Yesusitti dhi'aatanii, "Mootummaa waaqaa keessatti hundumaa irra kan caalu eenyu?" jedhaniin.
² Yommus inni mucaa tokko gara isaatti waamee isaan gidduu dhaabachiisee,
³ "Ani dhuguman isinitti hima, deebitanii akka mucoolii yoo ta'uu dhaabaattan, mootummaa waaqaatti matumaa hin galtan.
⁴ Eenyu illee akka mucaa kanaatti yoo gad of deebise, mootummaa waaqaatti hundumaa irra kan caalu isa.
⁵ Eenyu illees mucaa akkasii tokko maqaa kootiin kan simu ana sima" jedhe.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the school
Telephone
Website
Address
Right
Ambo