25/06/2022
Hanguma namoota negative yaadaniif deebi kennuurra of qusattu takka jireenya nagayaa jiraachuu jalqabda kanaaf yaada negative taheef deebi kennuu dhiifne bareedaadha hora bulaa
Kabajamtoota hordoftoota keenya page kun kan ittiin haasawa onnachiisa ilaalcha nuti hoji fi barnoota fi hawasummaf qabnu foyyeysuuf itti fayyadamnu qofa
25/06/2022
Hanguma namoota negative yaadaniif deebi kennuurra of qusattu takka jireenya nagayaa jiraachuu jalqabda kanaaf yaada negative taheef deebi kennuu dhiifne bareedaadha hora bulaa
Attitude is express who you are and determine your destinations so please good attitude to reach in high level bye
19/02/2022
Addunya kana irratti namoonni kaayyoo isaani galman gahanii bakka gudda tokko gahaan namoota kaayyoo isaani irratti cichan qofaan isaanis kan jiraataniif ofii saanitiif akkaa tahee warreen addaan baasani hubatanii dha kanaaf kaayyoo ke dhugoomsuuf dursa of baruu fi of tahanii dhaabbachuu haal duree murteysa dha kana guuttanaan wanti galma keenyatti hin geenyeef hin jiru hangam yoo challenge taaneyyuu !!
31/01/2022
Hello ya nama na dhageysa ati kan jiraattu baruu kee jiraatta waan taheef kaleessa keetiif hin gaabbin muxannoo siif taha malee gaabbii ati kan xiyyeyfachu qabdu boru kee barechurratti jabaadhu .
Wanta hojjatturratti xiyeyfadhu namni maal naan jedha jetta hin duuba ke ilaalte
Kaayyo ke duubatti hin deebisin
go forward update your goal
24/01/2022
Princoples of
23/01/2022
The root of education is bitter but the fruit is sweet !!
23/01/2022
Education is the tool that breaks down all barriers. Education is part of the foundation of all progress and growth, both as an individual and as a society
Hunda dura nagayni isin irratti ha jiraatu itti ansuun jiruuf jireenya hunda keenya keysatti wanta gufu nutti taha jiru kan akka gara fuula duraatti nu waliin itti fufu hin barbaanne tokkoon qabadhe dhufe inniis "Ilaalcha " ilaalchi keenya hojii nutti guyyaan hojjannu keysatti gahee gudda qaba maliif yoo jennu ilaalcha jechuun lensii nuti wanta tokko ittiin ilaallu jechuudha kanaaf ilaalchi nuti barnootaaf qabnu,daldalaaf ,hariiroo hawasummaaf qabnu maal fakkaata nu eggaadha ballinaan waliin ilaalla nu hordofa