Abdata Mohammed Mose

Abdata Mohammed Mose

Share

Education

11/11/2022

Dhiigni uummata nagaa Wallaggaatti fi Oromiyaa iddoo garaa garaatti dhangala’aa jiru anaafis dhiiga kooti. Lafeen cabu lafee kooti. lubbuu ilmaan namaatu kabajaa dhabe.
Baratu hammaatee du’a Oromoo tokkoo Oromoon biraa dubbachuu afaan qabe.
Ni tura ni bula malee dukkanni hammaattus bariin fagoo miti.

Har’as irran deebi’aa qoqqodamnee bilisoomuu irra tokkoomnee gabroomuu wayya!

Photos from Leta Kenei Aga's post 11/11/2022
07/11/2022

Innaalillaahi wainnaaileyhi raajii’uun
انا لله وانا اليه راجعون
Dhugaadha “Midhaan Bilchaate nyaadhamu male hin hafu”
Dr Alii Birraa Gara biyya erraa hafinsa hin qabnee deemeera
Rabbiin Tuwbaa isaa erraa qeebalee Ija Rahmataatiin isa ha mil’atu.

26/10/2022
Want your school to be the top-listed School/college in Alemaya?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Alemaya
MOSE