M/B RaasDastaa sad.1ffaa Aggaaroo

M/B RaasDastaa sad.1ffaa Aggaaroo Aggaro Rasdesta elementary school it is found in aggaro town

02/07/2023
05/12/2021

ኢትዮጵያ ተስፋ መቁረጥን ራሱን ተስፋ አስቆርጣዋለች። የማያውቋት ተነሡባት። የሚያውቋት ተነሡላት። የማያውቋት ዘመቱባት፤ የሚያውቋት ዘመቱላት። ኢትዮጵያ ማለት ሲነኳት ማንም የማያውቀውን ኃይሏን የምታወጣ ሀገር ናት። እየሆነ ያለውም ይሄ ነው።

Itoophiyaan abdii kutachuu mataasaa abdii kutachiifteetti. Warri ishee hin beekne itti ka'ani. Warri ishee beekan ni ka'aniifi. Warri ishee hin beekne itti duulani: warri ishee beekan ni duulaniifi. Itoophiyaa jechuun biyya yoo tuqan humnashee eenyuuyyuu hin beekne baaftudha. Kan ta'aa jirus kanuma.

23/11/2021
Barattootni m/b Raas-Dastaa kutaa 8ffaa qormaata biyyoolessaa sadaasa 30-2/4/2013 fudhataa turan dhaloota dhufuuf jechuu...
14/12/2020

Barattootni m/b Raas-Dastaa kutaa 8ffaa qormaata biyyoolessaa sadaasa 30-2/4/2013 fudhataa turan dhaloota dhufuuf jechuun yuunifoormii isaanii haala kanaan arjoomaniiru.guddaa galatooma olguddattootni keenya.

Onk.17/2013adeemsi baruu barsiisuu bifa ho'aa ta'een barattoota kutaa 8ffaa buleeyyiin itti fufeera.
27/10/2020

Onk.17/2013
adeemsi baruu barsiisuu bifa ho'aa ta'een barattoota kutaa 8ffaa buleeyyiin itti fufeera.

Onk 16/2013 Barnootni sababa covid-19 n bara darbe addaan citee ture guyyaa har'aa barattoota kutaa 8ffaa bara darbe qor...
26/10/2020

Onk 16/2013
Barnootni sababa covid-19 n bara darbe addaan citee ture guyyaa har'aa barattoota kutaa 8ffaa bara darbe qormaata biyyoolessaa irraa addaan citaniin barnootni eegaleera.kunis pirotokoolota jahan ministerri fayyaa baase guuttachuun kan eegale yoo ta'u, barumsi kan isaaniif kennamu haaluma ministerri barnootaa kaa'een ta'a.fageenya keenya eeguun, maaskiif sanitaayizarii fayyadamuun,harka keenya dhiqachuun dhibee koronaa haa ittisnu.

onk.7/2013Akka aadaa keenyaatti manni haaraan ijaaramee yoo wora'amu eebbaan jalqaba.nutis kana bu'uura godhachuun guyya...
17/10/2020

onk.7/2013
Akka aadaa keenyaatti manni haaraan ijaaramee yoo wora'amu eebbaan jalqaba.nutis kana bu'uura godhachuun guyyaa har'aa ijaarsa daree dabalataa sababa covid-19 tiif eegalle,har'a qorqorroo rukuttaa irra geenyee sirna bunaaf shaayiitiin bakka keessummoonni jiranitti akka jalqabnetti ni xumurra waadaa jedhu walii seennee baane.

Onk.3/2013Sirni galateeffannaa barsiisota sooroma bahanii fi hojiirra jiranii gaggeeffameera.
13/10/2020

Onk.3/2013
Sirni galateeffannaa barsiisota sooroma bahanii fi hojiirra jiranii gaggeeffameera.

Onkololeessa 3/2013sirni kabaja ayyaana torban barsiisotaa mana barumsa raasdastaa keessatti bifa ho'aa ta'een kabajamaa...
13/10/2020

Onkololeessa 3/2013
sirni kabaja ayyaana torban barsiisotaa mana barumsa raasdastaa keessatti bifa ho'aa ta'een kabajamaa jira.sirna kana irratti leenjiin qajeelfama saaqinsa mana barumsaa supparvaayizara CRC Raasdastaatiin kennamaa jira.

Ijaarsi daree dabalataa mana barumsa Raasdastaa kana irra gaheera.
07/10/2020

Ijaarsi daree dabalataa mana barumsa Raasdastaa kana irra gaheera.

Fulbaana 8/2013Galmeen barattootaa bara 2013 Mana barumsa Raasdastaatti bifa ho'aa ta'een eegalameera.
17/09/2020

Fulbaana 8/2013
Galmeen barattootaa bara 2013 Mana barumsa Raasdastaatti bifa ho'aa ta'een eegalameera.

Fulbaana 6-01-2013Mariin maatii barattootaa m/b Raasdastaa dhimma jalqabbii barnootaa bara 2013 fi haaromsa daree barnoo...
16/09/2020

Fulbaana 6-01-2013
Mariin maatii barattootaa m/b Raasdastaa dhimma jalqabbii barnootaa bara 2013 fi haaromsa daree barnootaa fi ijaarsa daree dabalataa irratti bifa ho'aa ta'een gaggeeffamaa jira.

Address

Agaro

Telephone

+251472211157

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when M/B RaasDastaa sad.1ffaa Aggaaroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category