M/B Aggaaroo Lakk.2

M/B Aggaaroo Lakk.2

Share

To educate a child!

Photos from M/B Aggaaroo Lakk.2's post 30/05/2022

Mana barumsaa hawwataa gochuuf hojii hojjetamaa jiru.

Photos from M/B Aggaaroo Lakk.2's post 11/04/2022

አጋሮ ቁጥር 2 ት/ቤት ።
ያረጁ ክፍሎችን መልሶ ለመገንባት የተደረገ መረሀግብር።

Photos from M/B Aggaaroo Lakk.2's post 30/03/2022

21/7/2014
Qophii qormaata naannoo kutaa 8ffaa tiif sirni suuraa barattoota kaasisuu bifa kanaan m/b Aggaaroo lakk.2 keessatti gaggeeffameera.

Photos from M/B Aggaaroo Lakk.2's post 17/06/2021

Waxabajjii 10/2013
Qormaatni naannoo kutaa 8ffaa guyyaa 3'f kennamaa ture nagaan xumurameera.

Photos from M/B Aggaaroo Lakk.2's post 27/03/2021

Bitooteessa 18/2013
manni barumsa Aggaaroo lakk.2 gamaggama hojii seem.1ffaa bifa ho'aa ta'een gaggeessaa jira.

09/03/2021

Qor-sammuu!!
maqaan goota kanaa eenyu jedhama??

Photos from M/B Aggaaroo Lakk.2's post 09/03/2021

Say something about chemistry!!

01/03/2021

1.Siifan Mahaammad
2.Muhaajir Mahaadii
3.Seenaa Nagaasaa barattoota bara kana manni barumsa Aggaaroo lakk.2 M/b sadiif gumaachee dha.

Photos from M/B Aggaaroo Lakk.2's post 01/03/2021

Guraandhala 22/2013
sirna kabaja Ayyaana 'March 8' Mana bsrumsa Aggaaroo Lakk.2
Kabajni guyyaa ayyaana dubartootaa akka addunyaatti yeroo 110 ffaa fi akka biyya keenyaatti marsaa 45 ffaaf bifa ho'aa ta'een kabajameera. Kabaja kana irratti waajjirri dhimma dubartootaaf daa'imman magaalaa aggaaroo irratti argamuun dhaamsa barattoota shamarraniif kan dabarsan yoo ta'u,dabalataan moodasii gumii shamarraniitiif gumaachaniiru.
Kanumaan walqabatee shamarran qormaata naannoo kutaa 8ffaa qoramanii qabxii olaanaa galmeessaniif badhaasni meedaaliyaa kennameeraaf.
Isaaniis :-1.Barattuu siifan Mahaammad....... odaa gemshoo
2.Muhaajir Mahaadii..... Jimma comunity school
3.seenaa Nagaasaa..... jimmaa shanan gibee waan galaniif baadhasa meedaaliyaa argataniiru.
Kaadhimamtoota egeree boriifis amaanaan itti kennameera.

Photos from M/B Aggaaroo Lakk.2's post 10/02/2021

The strange Albert!

Photos from M/B Aggaaroo Lakk.2's post 05/02/2021

Qeerrootu marsee eega eenyutu abbichuu jeeqa!!

18/01/2021

Kaayyoon keenya dhaloota dargomaa fi urgaa biyyaa qabu uumuu dha.

Want your school to be the top-listed School/college in Agaro?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Telephone

Website

Address


Agaro