17/02/2022
Wixinee(diizaayinii) Masjida jaami'ul keyri Masjida Agaarfaa kana fakkaata
Inshaa Allah ni ijaarama.
As.wr.wb
Baga gama page Ahlu-ssufaa dhuftan Jama'aan kun kan inni irratti xiyyeeffate guddaan rakkataa muslimaa fi sagale hawaasa muslimaa ta'uudha
17/02/2022
Wixinee(diizaayinii) Masjida jaami'ul keyri Masjida Agaarfaa kana fakkaata
Inshaa Allah ni ijaarama.
As.wr.wb Masgida Jaami'ul keyri(gabaa harbaa) Haalli mijatee jira karaa kanaan gargaaruu dandeenya.
Account:1000137643832
Waan Dandeenyuun
Share,like gochuun haa gargaarru.
As.wr.wb Masjidni agartan kun masjida Agaarfaa Jaami'ul keyri (masjida gabaa harbaati) too rabbi fedhe fooqiidhaan ijaaramuu deema muslima kaabaa kibbaa,bahaa,dhihaatiin naa birmadhaa jedha keessattuu dhalataa Aanaa kanaa irra deeggarsa barbaada birmadhaaf waan rabbi nuu laaffiseen haa gargaarru.
Account Masjida jaami'ul keyri(masjida gabaa harbaa)
Ethiopia Nigdi bank
Account: 1000137643832
24/11/2021
Ahlu-ssufaa Jama'aa Kidmaa diin islaam

22/11/2021