ASU Focus

ASU Focus

Share

Fuulli kun kan barattoota Yuunivarsitii Asoosaa irraa eebbifamii bahanii addunyaa barnootaa irraa ga

15/09/2021

Nagaan isiniif haa ta'u yoo isiniif mijate yeroo mijeeffannee utuu wal agarree maal isinitti fakkaata? Warra isiniif danada'amuuf/qaqqabamuuf

Photos from ASU Focus's post 25/07/2021

Tajaajiltoota kadhannaadhaan nu wajjin turan Kana waaqayyo iddoo isaan jirtanitti isaan ha eebbisu

25/07/2021

Namni suuraa irratti argitan kun Anyieth Tit jedhama lammii Sudaan kibbaati Afaan Oromoo homaa hin beeku garuu, yeroo waaqeffannaa feeloo keenyaa kamisa galgalaa fi sanbata xiqqaa waaree booda yeroo hundumaa nuu wajjin waaqeffata. Eebbifami
Kabaja siif qabna JohnπŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™

Photos from ASU Focus's post 19/07/2021

Gartuu dhuga ba'umsaa duraanii ASU FOCUS iddoo jirtanitti nagaan waaqayyoo isiniif haa ta'u

Photos from ASU Focus's post 19/07/2021

Gartuu dhuga ba'umsaa duraanii iddoo jirtanitti nagaan waaqayyoo isiniif ha baay'atu

17/07/2021

Barattootni Feelooshiippii FOCUS Yuuniversitii Asoosaa irraa marsaa 8 ffaa bara kana eebbifamtan hundinuu baga gammaddan .
Waaqayyo inni isin Amanamummaadhaan hojiisaa hojjechaafii turtan baroota keessan hafe hundumaatti isinii wajjin haa ta'u!
Eebbifamaa
GaariiπŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address


Guinea Bissau
Addis Ababa